Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Taayyeen Komishinara Olaanaa Godaantoota Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Komishinara Olaanaa Godaantoota Mootummoota Gamtoomanii Dooktar Barhaam Saalihi waliin mari’ataniiru..…
Naamuusni paartileen dorgomtootaa agarsiisan filannichi karaa nagaan akka xumuramuuf dandeessiseera-…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018(FMC)- Naamuusni gaariin paartileen dorgomtootaa agarsiisan filannichi karaa nagaan akka xumuramuuf dandeessiseera jedhe Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa…
Godinichatti biqiltuuwwan miiliyoona 300 fi miiliyoona 50 dhaabuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018 (FMC)- Godina Harargee Bahaatti bara kana Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuuwwan gosa adda addaa miiliyoona 300 fi miiliyoona 50 dhaabuuf qophiin xumurame…
Dubartoonni bilisummaan akka filataniif haalli mijataan uumameera- Waldicha
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018(FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dubartoonni bilisummaan akka filataniif haala mijataa uumeera jedhe Waldaan Ogeeyyii Seeraa Dubartootaa Itiyoophiyaa.…
Faayidaa Itiyoophiyaa irratti humnoota Itiyoophiyaa hunda waliin tumsaan nan hojjedha- IZEMA
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018(FMC)- Faayidaalee biyyaalessaa Itiyoophiyaa irratti humnoota Itiyoophiyaa hunda waliin tumsaan nan hojjedha jedhe Paartiin Haqa Hawaasummaa lammiilee…
Ummata nu filate kan galateeffannu jechootan qofa osoo hin taane deebii rakkoo isaa furu kennuuni-…
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2018 (FMC)- Ummata nu filate kan galateeffannu jechootan qofa osoo hin taane deebii rakkoo isaa furu qabatamaan kennuuni jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Filannoon Waliigalaa 7ffaa Sirna Ijaarsa Diimookiraasii Itiyoophiyaaf bu’uura seenaa qabeessa kan…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2018 (FMC)- Filannoon Waliigalaa 7ffaan Sirna Ijaarsa diimookiraasii Itiyoophiyaaf bu’uura seenaa qabeessa kan kaa’ee darbeedha jedhe Gamtaan Afrikaa.
Boordiin…
Filannoon waliigalaa 7ffaan sirni siyaasaa haaraan baramaa dhufuu agarsiiftuudha –…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2018(FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaan sirni siyaasaa fi diimookiraasiin haaraan baramaa dhufuu agarsiiftuudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Paartiin Badhaadhinaa qaamolee milkaa’ina Filannoo Waliigalaa 7ffaaf tumsa taasisan galateeffate
Finfinnee, waxabajjii 14, 2018(FMC) - Paartiin Badhaadhinaa qaamolee milkaa’ina Filannoo Waliigalaa 7ffaaf tumsa taasisan galateeffateera.
Paartiin Badhaadhinaa bu'aan filannoo waliigalaa…
Paartiin Badhaadhinaa Filannoo Waliigalaa 7ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf teessoo 438…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2018 (FMC)- Filannoo Waliigalaa 7ffaan Paartiin Badhaadhinaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf teessoo 438 injifateera.
Walitti Qabaa Ittaanaan Boordii Filannoo…