Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannichi milkaa’inaan gaggeeffamuun kutannoo Itiyoophiyaan bulchiinsa diimokiraasiif qabdu…
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Filannoon waliigalaa 7ffaan milkaa’inaan gaggeeffamuun kutannoo Itiyoophiyaan bulchiinsa diimokiraasiif qabdu agarsiisa jedhe Dhaabbanni Misoomaa…
Biyyi walharkaa fuudhinsa dhalootan ijaaramti…
Biyyi bu’aa yookaa hojii yeroo tokkoo qofaan hin jiraamtu.
Kan ijaaramtu walharkaa fuudhinsa dhalootatiin.
Tokkoon tokkoo dhalootaa imaanaa fudhate bahatee, ashaaraa isaa kaa’ee,…
Kaayyoon Itiyoophiyaa gahuu yookaan hordofuu osoo hin taane dursuudha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Kaayyoon Itiyoophiyaa gahuu yookaan hordofuu osoo hin taane dursuudha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Yaa’iin biyyaalessaa…
Komishinichi imala jijjiiramaa Itiyoophiyaa ni deeggara- Kilaavar Gaateetee
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Komishiniin Diinagdee Afrikaa imala jijjiiramaa Itiyoophiyaa ni deeggara jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Komishinii Diinagdee Afrikaa Kilaavar…
Koollejjoonni poolii Teeknikaa Burqaa Teeknooloojii fi Ogummaati – BCHUO
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Koollejjoonni poolii Teeknikaa Burqaa Teeknooloojii fi Ogummaa ta’aa jiru Biiroon Carraa Hojii Uumuu Oromiyaa.
Koollejjiin Poolii Teeknikaa Atileeti…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa fuudhan
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota biyyoota 11 fuudhaniiru.
Ambaasaaddaroota Sa’ud Arabiyaa, Koongoo,…
Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoon agarsiisan- Mahaammud Alii Yusuuf
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoo waliigalaa 7ffaan agarsiisaniiru…
Itiyoophiyaafi Ingiliz tumsa qaban cimsuuf murannoo qabaachuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Ingiliz tumsa gamlamee qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu mirkaneessaniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Dameen Albuudaa misooma indaastiriif carraa haaraa uumaa jira- Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dameen Albuudaa misooma indaastiriif carraalee haaraa uumaa jira jedhan Ministir Deetaan Ministeera Albuudaa Injinar Haannaa Birhaanuun.
Injinar…
Kaantibaa Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii Kutaa Magaalaa Addis Katamaa daawwatan
Finfinnee,Waxabajjii 16, 2018 (FMC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen adeemsa ijaarsa manneenii Kutaa Magaalaa Addis Katamaa daawwataniiru.
Ijaarsi manneenii…