Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gargaaramtummaan Kaansarii Humna hojjechuu danda’u nyaatuudha –Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) - Gargaaramtummaan Kaansarii humna hojjechuu danda’u nyaatuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad dhimma…
Rakkoo mana jireenyaa waaraan furuuf hojjetamaa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018 (FMC) - Rakkoo mana jireenyaa dhiibbaa jireenyaa fidaa jiru furuuf karoorfamee hojjetamaa akka jiru Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Bara kana galiin Birrii tiriiliyoonni 1 ni eegama- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018(FMC)- Bara kana galiin mootummaa Birrii tiriiliyoonni 1 ni argama jedhameetu eegama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Fooyya’iinsa…
Bara darbe qamadiin kuntaalli miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 80 ol oomishameera- Dooktar Abiy…
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018(FMC)- Bara darbe qamadiin kuntaalli miiliyoonni 200 fi miiliyoonni 80 ol oomishameera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri…
Itiyoophiyaan kuufama boba’aa olaanaa akka qabdu qorannoon mirkanaa’e – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi yaada miseensota Mana Maree Bakka Bu’uuta ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa kennaa jiru.…
Mootummaan deeggarsa Birrii biiliyoona 400 fi biiliyoona 40 olii taasiseera- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) –Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi yaada miseensota Mana Maree Bakka Bu’uuta ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa kennaa jiru.…
Qonni makaanayizeshiniin deeggarame dinagdee qonnaan bulaa jijjiiraa jira – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Onkoloolessa 18, 2018 (FMC) - Qonni makaanayizeshiniin deeggarame dinagdee qonnaan bulaa jijjiiraa jira jedhan Pirezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Riifoormiin booda maallaqni kuufamaan Itiyoophiyaa dachaa 10 oliin guddate.- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi yaada miseensota Mana Maree Bakka Bu’uuta ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa kennaa jiru.…
Gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’an keessaa muraasa,
👉Walitti bu’iinsa iddoolee tokko tokkotti mul’atuun dararaa ummatarra gahaa jiru hambisuuf maaltu hojjetamaa jira?
👉Garee ABUT waliigaltee Nageenyaa Piriitooriyaa cinaatti dhiisuun…
Qabeenya bishaanii irratti tumsaan hojjechuun furtuu ijoo misoomaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa…
Finfinnee, Onkoloolessa17, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan misooma Bishaani fi Inaranjii tuumsa bu'uureffatee fi furmaatawwan Afrikaan hogganamaniif ga'ee tarsiimawaa ba'achaa jirti jedhan…