Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Filannichi dhiibbaa alaa fi keessaa dandamachuun milkaa’inaan Xumurame- Aadde Meelaatawarqi Hayiluu
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Filannichi dhiibbaa alaa fi keessaa dandamachuun milkaa’inaan Xumurameera jedhan Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Meelaatawarqi Hayiluu…
Sagantaan ashaaraa magariisaa sirnaan hogganamuun isaa bu’aa qabeessa taasise – obbo Aganyahu…
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Sagantaan ashaaraa magariisaa sirnaan hogganamuun isaa bu’aa qabeessa taasiseera jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar.…
Kan dhaabnu Abdii, misooma, magariisummaa, gaaddisaa fi nyaata keenya – Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen sagantaa ashaaraa magariisaa bara 2018 eegalchiisaniiru.
Sagantaan ashaaraa magariisaa marsaa…
Ergaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna jalqabsiisa appilikeeshinii tajaajila…
Giddugalli iddoo tokko Masoob qaamni hundi tajaajila mootummaa fi faayinaansii bakka tokkotti akka argatu kan gargaaru guddina diijitaajalaa murteessadha.
Hirmaannaan ummatni Filannoo…
Fedhiin Nageenyaa fi Badhaadhinaa Uummatni Filannoo Irratti Agarsiise Ittigaafatamummaa Guddaadha…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) -Jaalalli biyyaa fi fedhiin nageenyaa fi badhaadhinaa Uummanni Itiyoophiyaa yeroo filannoo waliigalaa 7ffaa argisiise ittigaafatamummaa guddaadha jedhan…
Gahee Miidiyaalee Waltajjii Marii Biyaalessaa Milkeessuu keessatti…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018 (FMC) - Komiishiniin Marii Biyyaalessa Itiyoophiyaa, waltajjiin marii biyyaalessaa hunda mo'ataa akka taasisuuf, miidiyaaleen gahee isaanii sirriitti bahuu…
Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa diinagdee Itiyoophiyaatti abdii dandamannaa uume- Obbo Shimallis…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa diinagdee Itiyoophiyaatti abdii dandamannaa uume jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Sadarkaa idil-addunyaatti dorgomtummaa mirkaneessuuf teeknooloojiifi kalaqaaf xiyyeeffannoo kennuun…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Sadarkaa idil-addunyaatti dorgomtummaa mirkaneessuuf teeknooloojiifi kalaqaaf xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan…
Dooktar Abiy Ahimad appilikeeshinii tajaajila diijitaalaa qindaa’aa eebbisan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad appilikeeshinii tajaajila diijitaalaa qindaa’aa eebbisaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen sosochii ququllinaa waqtii Gannaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen sosochii ququllinaa waqtii Gannaa bara 2018 eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanech Abeebeen wayita…