Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaan Shaggar qonna Qamadii bonaan lafa heektaara kuma 42 ol misoomsuufi.
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Magaalaa Shagaritti Qonna Qamadii Boneen lafa heektaara Kuma 42 fi 600 ol misoomsuuf hojjetamaa jira.
Facaasaan qamadii bonee Magaalaa Shaggar kutaa…
Misooma Koriidarii aadaa hojii Jijjiire…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hojiin Misooma koriidarii sadarkaa jiruu fi jireenyaa fooyyeessuun aadaa hojii jijjiiruun ibsame.
Tumsi Magaaloota Itiyoophiyaa waltajjii marii misooma…
Miidiyaa fi Kominikeeshiniin beekumsaa fi hubannoon hogganamuu qaba- Obbo Hayiluu Addunyaa
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hoggansi hojii Miidiyaa fi Kominikeeshinii beekumsaa fi hubannoon masakamee bifa tarsiima’aa ta’een hogganuu qaba jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira- Ambaasaaddar Girmaa Birruu
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira jedhan Gorsaan Diinagdee Gooroo Ministira Muummeefi Walitti qabaan Kaawunsilii Biyyaalessaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'ataniiru.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Misooma Tuurizimii Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo argate…
Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) - Mootummaan Naannoon Oromiyaa bakkeewwan hawwataa fi qabeenya dilbii tuurizimii naannichi qabu beeksisaafi misoomsaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Tuurizimii…
Biilaaluul Habashii: Godambaa imala islaamummaa Itiyoophiyaa ka’umsarraa hanga ammaatti gurmeesse
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan guyyaa har’aa naannawaa Makkanniisaatti kan argamu Biilaaluul Habashii daawwataniiru.
Obbo…
Pilaatfoormiiwwan seenessa waloo ijaaruuf dandeessisan bocamanii gara hojiitti galaniiru- Ministeera…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Pilaatfoormiiwwan seenessoota qeenxee dhabamsiisuun seenessa waloo ijaaruuf dandeessisu bocamuun gara hojiitti galaniiru jedhe Ministeerri Nageenyaa.…
Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf tattaaffiin taasisaa jirtu biyyoota biroon dorgomuufii osoo…
Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf tattaaffiin taasisaa jirtu biyyoota biroon dorgomuuf osoo hin taane birmadummaa ishee mirkaneessuufi jedhan Mana…
Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf tumsa hundaleessaa cimsanii itti fufsiisuuf murannoo qaban…