Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa invasteroota biyyoota garaagaraa hawwachaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2018(FMC)- Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa Oromoo dinagdeen aangessuuf akeekamee kan hundaa'e yoo ta'u yeroo ammaa hojiiwwan investimentii addaa addaa hojjechuu…
Garichi faayidaa Ummata Tigraayiif yeroon itti dursa Kenne tokkollee hin jiru – Ataakiltii…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2018 (FMC) - ABUT faayidaa ummataaf yeroon dursa itti kenne tokkollee hin jiru jedhan Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay keessatti kantiibaan duraanii Magaalaa…
Wixineen Baajeta bara 2019 Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Birrii Biliyoona 500 ol ta’ee…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2018 (FMC) - Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga'ii idilee har'a geggeesseen waxinee baajeta bara 2019 dabalatee ajandaawwan adda addaa irratti mari'atee…
Qormaatni xumura Barnoota sadarkaa Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa bara 2018 xumurame
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Qormaatni Naannoo xumura Barnoota sadarkaa Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa bara 2018 kannamaa ture har'a waaree booda xumurameera.
Naannoo Oromiyaatti…
Imala magariisummaa fi ammayyummaa magaalaa Finfinnee…
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Imalli magariisummaa fi ammayyummaa magaalaa Finfinnee adeemsa bu'aa abdachiisaa argamsiisaa jiruudha jedhe Waajjirri Kaantiibaa Magaalichaa.…
Aadaa tola ooltummaa waqtii gannaa sadarkaa olaanaatti…
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan waggoottan darban aadaa magariisa uwwisuu fi tajaajila tola ooltummaa gabbisaa dhufteerti.
Qabeenyi uumama haphachaa, haramni biyyoo…
Itiyoophiyaan gahee hoggansaa ijaarsa Seenessa Afrikaa keessatti qabdu cimsitee itti fufti- Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan gahee hoggansaa fi dursummaa ijaarsa Seenessa Afrikaa keessatti qabdu cimsitee itti fufti Jedhan Waajjira Ministira Muummeetti Ministirri…
Baadiyyaa gara Bu’uura Oromiyaa Haaraatti- Pir Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018 (FMC)- Milkaa’inni galmoota qabsoo Oromoo bilisummaa siyaasaa irraa gara bilisummaa dinagdeetti ce’uu irratti hundaa’a jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Misooma Koriidarii Gooroo – Koyyee Faccee eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018 (FMC) - Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Misooma Koriidarii maqa Gooroo hanga Koyyee Faccee jiru eegalchiisaniiru.
Kantiibaa…
Itiyoophiyaan Yaa’ii 2ffaa Paartilee Siyaasaa Afrikaa akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii 2ffaa Paartilee Siyaasaa Afrikaa akka qopheessitu filatamteerti.
Itiyoophiyaan waltajjii Giddugala Bulchiinsa Afrikaa waggaa kan…