Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf tumsa hundaleessaa cimsanii itti fufsiisuuf murannoo qaban…
Balaa Tiraafikaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraatti mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraa iddoo addaa Riqicha Qarsaa jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota namoota 9 darbe.…
Itiyoophiyaan Godaantoota keessummeessuun dirqama idil addunyaa bahataa jirti- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan godaantoota simattee keessummeessuun tajaajila hawaasummaa akka argatan taasisuun dirqama idil addunyaa bahataa jirti jedhan Ministirri Muummee…
Hundeeffamu Abbaa Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa dadammaqiinsa olaanaa uume …
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Waldaan Aksiyoona Kaappitaalaa Awaash hammattoo haaraa Abbaa Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaan ifatti hojii eegaleera.
Walitti Qabaan Boordii…
Ergamni ijoon dhaabbilee federaalaa yaadama Mootummaa Ida’amuu hojiirra oolchuudha- Dooktar…
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ergamni ijoon dhaabbilee federaalaa yaadama Mootummaa Ida’amuu hojiirra oolchuudha jedhan Walitti qabaan Damee Gurmaa’iinsa Siyaasaa Dhaabbilee Federaalaa…
Ganna roobaan bona jallisiin misoomsuun badhaadhina maatii fi biyyaa milkeessa – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Mudde, 9, 2018 (FMC)- Ganna roobaan bona jallisiin misoomsuun badhaadhina maatiifi biyyaa milkeessa jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Miidhaan Dubartootaarra gahu Dubartoonni dandeettii isaanii guutuu akka hin fayyadamne taasisuun…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) - Miidhaan Dubartootaarra gahu dubartoonni dandeettii isaanii guutuu akka hin fayyadamne taasisuun guddina biyyaa danqa jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Maahimmud Alii Yusuuf fi garee isaanii waliin mari’ataniiru.
Ministirri…
Ministirootaa fi Miseensota Paarlaamaa Itiyoophiyaa waliin wal arguu kootti gammadeera –…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) – Ministirootaa fi Miseensota Paarlaamaa Itiyoophiyaa waliin wal arguu kootti gammadeera jedhan Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin.…
Dhaabbileen Hindii Itiyoophiyaa keessatti hojjetaa jiran lammiilee kuma 75 ta’aniif carraa hojii…
Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC) –Ministiri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin har’a walga’ii waloo 6ffaa waggaa 5ffaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii gaggeessanirratti…