Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan hoggantoota duraanii ABUT fi maatii isaaniirra qoqqobbii viizaa keesse
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018 (FMC)- Ameerikaan hoggantoota duraanii ABUT(TPLF) fi maatii isaaniirra qoqqobbii viizaa kaa’uu beeksisteetti.
Haaluma kanaan Ministirri Dhimma Alaa…
Qabeenya diijitaalaa biyyaalessaafi dhaabbataa dammaqinaan eeguun hojii jabanni kun barbaadudha- L/J…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Haleellaa saayibarii ittisuun qabeenyawwan diijitaalaa biyyaalessaa fi dhaabbataa dammaqinaan eeguun hojii jabanni kun barbaadudha jedhan Ajajaa Olaanaan…
Badhaadhinni kan dhufu humna, qabeenyaafi beekumsa lammiilee ida’uuni – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Badhaadhinni dhugaan kan dhufu humna, qabeenyaafi beekumsa lammiilee ida’uun fayyadamuun yoo danda’amedha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Mariisitoota Yaa’ii marii biyyaalessaaf leenjiin kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa hojiilee qophiin duraa yaa’ii marii biyyaalessaa cimsee itti fufeera.
Guyyaa har’aas Mariisitoota Yaa’ii…
Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018 (FMC)- Qormaanni Xumura Barnoota Sadarkaa Giddugaleessaa kutaa 8ffaa Bara 2018 guutuu Oromiyaatti kennamuu eegaleera.
Qormaatichi kilaastara 1226tti…
Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kibba Lixaatti duula tajaajila tola ooltummaa Gannaa eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Goorootti duula tajaajila tola ooltummaa waqtii Gannaa eegalchiisaniiru.…
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaaf qophii naannolee…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018(FMC)- Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 gaggeessuuf qophii gahaan taasifameera jedhan Biiroon Barnootaa naannolee Oromiyaafi Beenishaangul Gumuz.…
Karoora guyyoota 90 itti aananii baafachuun gara hojiitti galle – Kaantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Filannoon booda karoora jiraattoota magaalaa keenyaa fayyadamoo taasisu kan guyyoota 90 baafachuun hojii qabatamaatti galleerra jedhan Kaantiibaan…
Naannolee filannoo 86 irratti komii dhiyaataniif murtoon kenname – Boordicha
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Naannolee filannoo 86 irratti komii dhiyaataniif murtoon kenname jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa.
Naannolee filannoo 129 irratti…
Bu’aan sagalee naannolee filannoo 723 ragga’uun gara kuusaa odeeffannoo galaa jiru – Boordicha
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2018 (FMC) – Bu’aan sagalee naannolee filannoo 723 ragga’uun gara kuusaa odeeffannoo galaa jiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa.
Yeroo ammaa…