Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan waggoota darban bu’aawwan hedduu galmeessiseera – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 4, 2018(FMC) - Mootummaan waggoota jijjiiramaa muraasa keessatti bu'aalee gammachiisoo hedduu galmeessiseera jedhan Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdisaa.…
Bulchiinsi magaalichaa manneen gandaa 106 namoota harka qalleeyyiif dabarsee kenne
Finfinnee, Mudde 4, 2018 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataatti manneen gandaa 106 namoota harka qalleeyyiif dabarfamuun kennamaniiru.
Kantiibaan Magaalaa…
Ogeeyyiin Og-aartii seenessawwan walooma cimsan bocuu qabu- Diyaaqon Daani’eel Kibrat
Finfinnee, Mudde 4, 2018 (FMC)- Ogeeyyiin Og-aartii dhiibbaa seenessaa qolachuuf seenessawwan walooma cimsan bocuu qabu jedhan Gorsaan Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummee Diyaaqon…
Magaalichatti gammoowwan iddoo oomishaafi gurgurtaa namoota sagantaa seeftiineetiin hammatamanii…
Finfinnee, Mudde 4, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti gammoowwan iddoo oomishaafi gurgurtaa namoota sagantaa seeftiineetiin hammatamanii turaniif dabarfamaniiru.
Kantiibaan Magaalaa…
Misoomni kooriidarii hojiilee aartiif haala mijataa uumu- G/Piroofeesaraa Nabiyyuu Baayyee
Finfinnee, Mudde 4, 2018(FMC)- Misoomni kooriidarii hojiilee og-aartiif haala mijataa uumu jedhan Ministir Deetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Gargaaraan Piroofeesaraa Nabiyyuu Baayyeen.…
Itiyoophiyaa fi Rippablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Rippaablikni Koongoo damee Loltummaan waloon hojjechuu dandeessisu sanadaa waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Raayyaa…
Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti-…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) _ Finfinneen yaa’iwwan idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuun magaalaa filatamtuu taateetti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin 30ffaa fudhate
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin 787 - 8 jedhamu fudhateera.
Xiyyaarri kun imaltoota 213 imalchiisuu danda'a jedhame.…
Itiyoophiyaan bu’uura seeraan faayidaa biyyaalessaa ishee kabachiifachuu ejjennoon itti fufti…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Tumsa Mootummaa fi Ummataan shira Ijipti injifannee hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa milkeessine jedhan Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Miseensi…
Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsuu qabu-…
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) -Milkaa’ina Maree Biyyaalessaaf qaamoleen tumsitootaa fi Dhaabbileen deeggarsa isaanii cimsanii itti fufu qabu jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Maree…