Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Waggaa sadiif kan karoorfame yeroo waggaa 2 hin caalle keessatti koodaroonni miiliyoona 5 ol sagantaa koodaroota miiliyoona 5'n galma'aaniiru.
Koodaroonni miiliyoonni 5 milkaa’inaan…
Haaromsa magaalota keenyaatiin halluu qofa hinjijjiirru; gahee isaanii jijjiiraa jirra- Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Haaromsa magaalota keenyaatiin halluu qofa hinjijjiirru; gahee isaanii jijjiiraa jirra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Bu’aan sagalee naannolee filannoo kuma 1 fi 8 Giddugala mirkaneessaa gaheera- Boordicha
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Naannolee filannoo kuma 1 fi 139 keessaa bu’aan sagalee naannolee filannoo kuma 1 fi 8 Giddugala mirkaneessaa gaheera jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen raawwii hojiilee filannoofi bu’aa qabeessummaa hojiilee filannoon boodaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen raawwii hojiilee filannoofi bu’aa qabeessummaa hojiilee filannoon boodaa hoggantoota magaalichaa waliin…
Itiyoophiyaafi Naayijeeriyaan namoota yakkaan barbaadaman dabarsanii waliif kennuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Ministeera Dhimma Alaa Naayijeeriyaa Ambaasaaddar Biyaankaa Ooduumeegwii Oojuukwu…
Hojiin sagalee lakkaa’uufi ida’uu xumuramuun bu’aan naannolee filannoo hundaa maxxanfame-…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Hojiin sagalee lakkaa’uufi ida’uu filannoo Waliigalaa 7ffaa xumuramuun naannolee filannoo hundatti bu’aan sagalee maxxanfameera jedhe Boordiin Filannoo…
Fayyadamummaa ulaa Galaanaa Itiyoophiyaa wabii hundagaleessa naannawichaaf …
Itiyoophiyaan biyyoota addunyaa yeroo ammaa guddina diinagdee saffisiisaa galmeessisaa jiran muraasa keessaa ishee tokko.
Bara baajataa kanattis guddina diinagdee % 10.2 galmeessisuuf…
Baankichi maamiltoota dhalarraa bilisaa kuma 500 ol gara sirna faayinaansitti galchuuf sosochii…
Finfinnee,Waxabajjii 3, 2018 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa maamiltoota dhalarraa bilisaa kuma 500 ol gara sirna faayinaansitti galchuuf sosochii eegaleera.
Baankichi mata duree…
Bara oomishaa 2018/19’f galteewwan qonnaa hanqina tokko malee dhiyeessuuf hojjetamaa jira –…
Finfinnee,Waxabajjii 3, 2018 (FMC) – Bara oomishaa 2018/19’f galteewwan qonnaa hanqina tokko malee dhiyeessuuf hojjetamaa jira jedhe Ejansiin Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa.…
Godinni Shawaa Kaabaa fakkeenya badhaadhinaa ta’aa dhufeera- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Godinni Shawaa Kaabaa fakkeenya badhaadhinaa ta'aa dhufeera jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.
Obbo Awwaluu…