Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Amaaraatti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC )- Hiriirri tarkaanfiilee mootummaan nageenya naannichaa waareessuuf fudhataa jiru deeggaru Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraa keessatti gaggeeffamaa…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa hojiilee misoomaa naannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa hojiilee misoomaa…
Magaalichatti sosochiin Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti qaama sosochii guyyoota 90 kan ta'e sosochiin addaa sadarkaa magaalaa Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale.
Sosochichi…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.…
Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriiegziim ta’an
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Lammiin Kaameeruun Joorji Eeloombiin Pireezidaantii Baankii Afriikaa Ekspoortii Impoortii ta'uun filataman.
Eeloombiin waggoottan kurnan darbaniif…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kan lammiilee hunda hirmaachise ashaaraa dhalootaati – Af…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kan lammiileen hundi abbummaan itti hirmaataan ashaaraa dhalootaati jedhan Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa…
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennuuf qophiin xumurame – Tajaajilcha
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa kennuuf qophiin xumurame jedhe Tajaajilli Madaallii fi qormaatilee.
Barattoonni waraqaan qoraman…
Inistiitiyuutiichi workishooppii mirkaneessa qorannoowwan bara 2017 gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Inistiityuutii leenjiifi qorannoo seera Oromiya workishooppii mirkaneessa qorannoowwan bara 2017 mata dureewwan qorannoo garaagaraa irratti gaggeesse.…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii qarqara Laga Gulalleetti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa waliin Piroojektii qarqara Laga Gulalleetti…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa hundaaf fakkeenya ta’a – Pirezidaantii Itti aanaa…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa jijjiirama qilleensaaf deebii gocha irratti hundaa’e kennuu keessatti biyyoota hundaaf fakkeenya ta’uu…