Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wixinee baajataa Birrii tiriiliyoona 2.33 jechuun…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018(FMC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 56ffaa geggeesseen wixinee baajataa bara 2019 Birrii tiriiliyoona 2 fi biiliyoona 300 fi biiliyoona 39 fi…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Hindiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee,Waxabajjii 3, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Hindii Naareendiraa Moondiin baga gammaddan jedhan.
Naareendiraa Moodiin seenaa Hindii…
Qophummaa qaamaafi xinsammuu wayita qormaataa…
Qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa akkasumas qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa eegalamuuf jira.
Qormaanni kun beekumsa barattootaa madaaluu qofa osoo hin taane, gara…
Boordichi Bu’aa Naannolee filannoo 24 raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu'aa naannolee filannoo 24 kanneen lakkawamanii fi ida'amni isaanii xumurame mirkaneessuun ifoomseera.
Haaluma…
Diinni kumaatamni walitti qabamuyyuu imala Itiyoophiyaa hin dhaabsisan- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC)- Diinni kumaatamni walitti qabamuyyuu imala Itiyoophiyaa hin dhaabsisan jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Magaalaa…
Filmaata manneen jireenyaa dandeettii lammiilee giddugala godhate babal’isuun barbaachisaadha- Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Filmaata manneen jireenyaa dandeettii lammiilee giddugala godhate babal’isuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa…
Dirqama Loltummaa Ba’achaa, Mirga Diimokiraasii Fayyadamuu
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Kabaja daangaa fi birmadummaa biyya keenyaa eegsisuu cinatti, mirga diimokiraasii keenyatti fayyadamuun sagalee keenya kennineerra jedhan miseensonni…
Hojiin Misooma kooriidarii magaalichaa marsaa 3ffaan saffisaafi qulqullinaan hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Hojiin Misooma kooriidarii magaalichaa marsaa 3ffaan saffisaafi qulqullinaan hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.…
Dooktar Abiy Ahimad saayitii ijaarsaa manneen teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun ijaaraman agarsiisu…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad saayitii ijaarsaa manneen teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun ijaaraman agarsiisu daawwataniiru.
Ministirri…
Manni Marichaa labsii fooyyessii gumruukaa raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 24ffaa gaggeesseen wixinee labsii, labsii gumruukaa fooyyessuuf dhiyaate qorachuun raggaasiseera.…