Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ajandaaleen walitti qabaman gurmaa’uun wixinee xumuraa ajandaa bocamuuf qophaa’aa jiru –…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Ajandaaleen walitti qabaman gurmaa’uun wixinee xumuraa ajandaa bocamuuf qophaa’aa jiru jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa.
Komishiniin Maree…
Gareewwan hidhatanii socho’an waliin hariiroo hin qabnu- ONLF
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Gareewwan hidhatanii socho’an waliin hariiroo hin qabnu jedhe Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen.
ONLF ibsa baaseen karaa nagaan akka socho’u…
Milkaa’inni badhaadhina waliigalaa Itiyoophiyaa cimee ityi fufa – Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Caamsaa 30, 2018(FMC) - Diimokraasii dhugaa misoomaa fi nageenya waliin qindeessuudhaan, mirkaneessi milkaa'inni badhaadhina waliigalaa Itoophiyaa cimee akka itti fufu…
Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf wareegama kamiinuu kaffaluuf qophiidha- Eebbifamtoota qondaaltota…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Ogummaa loltummaa ammayyaa horataniin birmadummaafi kabaja biyyaa kabachiisuuf wareegama kamiinuu kaffaluuf qophiidha jedhan eebbifamtoonni qondaaltota…
Filannoo Waliigalaa 7ffaan dubartoonni mirga diimokiraasii isaaniitti fayyadamuun dammaqinaan…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan dubartoonni mirga diimokiraasii isaaniitti fayyadamuun dammaqinaan hirmaataniiru jedhan Pirezidaantiin Waldaa Dubartootaa…
Komiiwwan seeraa fi hojimaata bu’uureffachuun qoratamanii deebiin kennamaafii jira –…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Adeemsa filannoo guutuu 7ffaa keessatti komiiwwan mudatan seeraa fi hojimaata dhaabbatichaa bu'uureffachuun qoratamanii deebiin kennamaafii jiraachuu…
Bu’aawwan filannoo naannoolee filannoo qaqqabaniiru – Boordicha
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018(FMC) - Bu'aawwan filannoo waliigalaa 7ffaa guutummaatti buufataalee filannoo irraa gara naannoolee filannootti galii ta'aniiru jedhe Boordiin Filannoo…
Pirojeektonni Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin wixinaman eegumsa naannoof gumaacha guddaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018(FMC) - Misoomawwan koriidarii fi qarqara lageenii dabalatee pirojeektonni Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin wixinamanii hojiirra oolaa jiran eegumsa…
Qaama miidhamtoonni filannoo waliigalaa 7ffaa keessatti hirmaannaa guddaa taasisaniiru –…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Qaama miidhamtoonni filannoo waliigalaa 7ffaa keessatti kan yeroo kamiiyyuu caalaa hirmaannaa guddaa taasisaniiru jedhe Federeeshiniin Waldaa Qaama…