Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qulqullinafi oomishtummaa bunaa guddisuun galma ummata dinagdeen humnoome umuuf qabanne kan…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) –Qulqullinafi oomishtummaa bunaa guddisuun galma ummata dinagdeen humnoome umuuf qabanne kan dhugoomsudha jedhan Pireezidaantii naannoo Oromiyaa obbo…
Ijipti kallattii fi al kallattiin yaaliin sodaachisoo Itiyoophiyaarratti gootu dhugaa jabanaa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) –Mootummaan Ijipti marii waloo baqachuun kallattii fi al kallattiin yaaliin sodaachisoo Itiyoophiyaarratti godhu dhugaa jaarraa 21ffaa hubachuu dhabuurraa…
Naannoo Tigraayitti waldaalee qaama miidhamtootaaf deeggarsi meeshaalee taasifame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa guyyaa qaama miidhamtootaa idil addunyaa sababeeffachuun waldaalee qaama miidhamtootaa naannoo Tigraayitti…
Dooktar Iyyoob Takkaalinyi ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Bulchaan Baankii Biyyalessaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fayyadamummaa jiraattootaa mirkaneessuuf hojjetaa jira – Kantibaa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fayyadamummaa hundagaleessa jiraattootaa mirkaneessuuf murannoon hojjetaa jira jedhan Kantibaan magaalichaa aadde Adaanech…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan dhimmoota nageenyaarratti mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministeera Alaa Chaayinaatti Daayrektera Olaanaa tumsa nageenya idil…
Namoonni dhuunfaan galmee Yohaannis Daani’eel jalatti himataman mana amala sirreessaa akka bahan…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Nageenya Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa sodaarra buusuuf socho’an jedhamuun galmee Yohaannis Daani’eel jalatti namoonni dhuunfaan yakkaan himataman mana…
Ragaan Istaatiksii imaammataaf bu’uura – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Ragaan Istaatiksii imaammataaf bu’uura cimaa jedhan Ministirri Muummee Ittaanaa obbo Tamasgeen Xurunaan.
Walgahiin Waggaa 19ffaa Daayirektoreetii…
Guyyaa tokkotti dargaggoota kuma 30 hojii eegalchiifne – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Har’a guyyaa tokkootti dargaggoota kuma 30’f carraa hojii uumneerra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinee Adaanech Abeebeen.
Dargaggoonni har’a hojii…
Ameerikaan damee Poolisiin tumsa Itiyoophiyaa wajjin qabdu caalmaatti ni cimsiti – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC)- Ameerikaan Itiyoophiyaa waliin Shoroorkeessummaa fi yakkoota daangaa ce’oo ittisuuf murannoo qabdi jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Eerviin…