Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Filatte!
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 ( FMC) - Itiyoophiyaan filannoo dimookiraatawa biyyoota Afrikaaf fakkeenya ta’e filachiifteeti.
Filannoo kanaaf dursa filattoonnii miiliyoona 54 ol ta'an…
Itiyoophiyaanoonni filatan, Itiyoophiyaanis injifatte!
Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 ( FMC) - Itiyoophiyaanoonni filatan! Itiyoophiyaan injifatte jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilichi Filannoo waliigalaa 7ffaa kaleessa…
Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itiyoophiyaa xiiqiin sagalee kennaa oole galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 ( FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itiyoophiyaa xiiqiin sagalee kennaa oole galateeffataniiru.
Uumaan ala waa'ee ummata kanaa guutee…
Filannoon agarsiiftuu dagaagina sirna dimookiraasiiti – Paartilee
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Filannoon agarsiiftuu dagaagina sirna dimookiraasiitii jedhan Paartileen Siyaasaa Naannoo Harariitti filannoo marsaa 7ffaaf dorgaman.
Guyyaan har'aa…
Adeemsi sagalee kennuu dheerate
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Adeemsi kenniinsa sagalee filannoo waliigalaa 7ffaa sa’aatii 12:00 eegalee raawwatamaa ture dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa…
Gaa’elaa fi filannoo…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Magaalaa Hoosaa’inaatti misirreewwan cidharra turan sagalee isaanii kennan.
Magaalaa Hoosaa’inaa ganda Heexoo bakka addaa safara Masjiida jedhamutti…
Taajjabdoonni biyyoota alaa fi biyya keessaa adeemsa filannoo ilaalaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Adeemsa filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabuuf taajjabdoonni biyyoota alaa fi kan biyya keessaa bobba'uun adeemsa kenninsa sagalee hordofaa jiru.
Gareen…
Hoggantoonni boordichaa adeemsa kenniinsa sagalee hordofaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Walitti Qabduu Boordii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Aadde Meelatawarqi Hayiluu dabalatee hoggantoonni boordichaa adeemsa kenniinsa sagalee filannoo…
Adeemsi filannoo hanga ammaa jiru akkaataa qabiinsa mirga namoomaa eegeen raawwatamaa jira –…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Adeemsi filannoo waliigalaa 7ffaa hanga ammaa jiru akkaataa qabiinsa mirga namoomaa eegeen gaggeeffamaa jira jedhe Komishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa.…
Sheek Hajjii Ibraahiim Tufaan sagalee kennan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Sheek Hajjii Ibraahiim Tufaan filannoo waliigalaa 7ffaan sagalee kennaniiru.…