Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomisha ganna kanaatiin qofa lafa hektaara kuma 650 ol omisha boloqqeetiin misoomsuun…
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Oomisha midhaan nyaataatiin cinaatti, oomisha al-ergii guddisuuf, Inisheetivoota fi paakejiwwan qonnaa garagaraa hojirra…
Tuuriizimii Naannoo Tigraay guddisuuf hojiileen eegalaman akka itti fufan ibsame
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Qabeenya tuuriizimii Naannoo Tigraay guddisuuf hojiileen eegalaman akka itti fufan Ministeerrii Tuuriizimii ibse.
Ministirri Ministeerichaa…
Yaa’iin hundeeffama Naannoo Giddugaleessa Ityoophiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Naannoo Sabaa fi Sabalammoota Ummatootaa Kibbaa duraanii bifa haaraan Naannoo Giddugaleessa Ityoophiyaa jedhuun gurmeessuuf yaa’iin ariifachiisaan 2ffaa…
Dhaabbilee daldalaa sharafa alaa seeraan alaarratti boba’an argaman
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Dhaabbileen daldalaa sharafa alaa seeraan alaa keessatti hirmaatan maallaqa biyyaa keessa fi biyyoota alaa garagaraa waliin bira ga’amuu Poolisiin…
Namni dhuunfaan nagahee gurgurtaa sobaan gurgurtaa Birrii biiliyoona 30 olii raawwachuun yakka…
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaan nagahee gurgurtaa sobaan gurgurtaa Birrii biiliyoona 30 olii raawwachuun yakka waliin dhahuun cimaan shakkame to’atamuu Poolisiin…
Kontiroobaandii ittisuuf hojmaata qindaa’aa hojiirra ooleen bu’aa gaariin…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Kontiroobaandii fi daldala seeraan alaa ittisuuf hojmaata dhaabbileen 5 qindoominaan hojiirra oolchuu eegalaniin bu'aa gaariin galmaa'uu ibsameera.…
Daandiin Qilleensichaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin hojjechuuf waliigaleera.
Turizimii fi daldala…
Horsiisee bultoonni Booranaa inshuraansii Birrii miiliyoona 114 ol argatan
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)- Godina Booranaatti balaa hongee mudatee tureen fayyadamtoota inshuraasi fayyaa beeylaada abbootii warraa kuma 21olii Inshuraansiin Birrii miliyoona 114 fi…
Oomishtoonni paarkiiwwan indaastiriitti keessaa gabaa Biraaziil akka argatan waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)- Dhaabbilee oomishtootaa Biraazil damee maanufaakchariingii Agiroo piroosesiingiirratti akka bobba’anii fi oomishtoonni paarkii indaastirrii Ityoophiyaa…
Qonnaan bultoonni Bishaan Awwaash guutee lafarra ciisu gara carraatti jijjiiruu qabu – Obbo…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Qonnaan bultoonni Bishaan Awwaash guutee lafarra ciisuu gara carraatti jijjiiruun fayyadamoo ta'uuf ofqopheessuu akka qaban Hogganaan Biiro Qonnaa…