Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen amantaa nageenya mirkaneessuuf gumaacha isaanii cimsuu qabu – Pir. Saahilawarq…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Dhaabbileen amantaa nageenya mirkaneessuuf gumaacha isaanii cimsuu akka qaban Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waamicha dhiyeessan.
Yaa’iin…
Naqamteetti Warshaan Daabboo Waajjiraa Giiftii Dureen ijaarame eebbifame
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)-Warshaan Daboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Naqamteetti ijaarame eebbifameera.
Sirna Eebbichaarratti Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo,…
Barattoota qormaata kutaa 8ffaa fudhatan keessaa %73.11 darbaniiru-BBO
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2016 fudhatan keessaa %73.11 darbuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Barattoota qormaaticha fudhatan…
Daandiin Boolee bu’uuraalee misoomaa ammayyaa’oo hammatee injifannoo dabalataan xumurameera-Aadde…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Karaa Seensa Afrikaa,Itoophiyaa fi Finfinnee kan ta'e hojii misooma kooridarii daandii Boolee sadarkaa magaalattii madaaluun bu'uura misoomaa ammayyaa’aa…
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa fi kutaa 8ffaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaa fi 8ffaa bara 2016 har'a ifoomseera.
Biirichi akka beeksisetti, qabxiin darbiinsaa…
Misoomni Koriidarii Finfinnee daandiin Boolee xumurame – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) - Hojiin Misooma Koriidarii Finfinnee daandii Boolee xumuramuu Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Daandii seense Afrikaa,…
Chaayinaan hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Ambaasaaddar Zhaa’oo Zhiiyuu’aan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Chaayinaan hariiroo Itiyoophiyaa fi biyyoota Afrikaa biroo waliin qabdu cimstee itti fufti jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo…
Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru ifooma
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fi 6ffaa boru kan ifoomu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera.
Naannoo Oromiyaatti bara kanaa Barattoonni…
Biirichi Daldaltoonnii gatii himalleefi meeshaalee dhoksuurra akka of qusatan hubachiise
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Daldaltoonni Naannoo Oromiyaa fooyya'insa gatii sharafa alaa irratti taasifameen odeeffannoo dogoggoraa gatiin meeshaalee ol ka'a jedhuun gatii hin malle…
Humni walochaa haala nageenya biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii kaa’e
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Humni Waloo Nageeyaa fi Tika Biyyaalessaa haala waliigalaa nageenya biyyaalessaa gamaaggamuun kallattii fuulduree akeeke.
Maricharratti Komishinarri…