Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Tajaajila lammummaan hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15 olitti tilmaamamuu…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin hanga ammaatti hojiin Birrii biiliyoona 15.24 tti tilmaamamuu hojjetamuun ibsameera.…
Warqeen gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan baasuun akka daldalamu…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Dhiyeessitootaa Warqee hundaaf kaffaltiin kan raawwatamu gatii Warqee gabaa addunyaan gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan…
Dimitiir Medveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC) - Dura Taa’aan Paartii Gamtaa Raashiyaa Dimitiirii Meedveedeev balaa Sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.
Dimitiirii…
Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsaa fi Liqaa Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) - Boordiin Daayrektoreetii Baankii Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsaa fi Liqaa Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasiseera.
Doolaarri biiliyoonni 1 deeggarsa…
Itiyoophiyaa fi Ugaandaan dhimmoota nageenya naannawaarratti tumsaan hojjechuu kan itti fufan ta’uu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Ugaandaan dhimmoota nageenya naannawaarratti tumsaan hojjechuu cimsanii kan itti fufan ta’uu beeksiisaniiru.
Tajaajilli Nageenyaa fi…
Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa fi sigiga lafaa hordofsiisu ni…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Guyyoota Kurnan Itti Aanaan keessa Kutaalee biyyattii tokko tokkotti Roobni cimaan balaa lolaa tasaa fi sigiga lafaa hordofsiisu kan roobu ta’uu…
Kooriyaan Kibbaa lammiilee Itiyoophiyaa balaa sigiga lafaan miidhamaniif Doolaara miiliyoona 1…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa lammiilee Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif Doolaara miiliyoona1deeggarsa kan taasiiftu ta’uu Ministeerri…
Obbo Dastaa Leeddaamoon lammiilee balaa sigiga lolaan miidhaman jajjabeessan
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon lammiilee Godina Giddugaleessa Sidaamaa Aanaa Wenshootti balaa sigiga lolaan miidhaman…
Komishiniin Gumruukaa lammiilee Godina Goofaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) –Komishiniin Gumruukaa lammiilee Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa Sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa akaakuu Birrii…
Oromiyaatti Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7.11 sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti heektaarri miiliyoonni 7.11 sanyiin uwwifamuu ibsameera.
Bara oomishaa kana naannichatti qonna…