Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaaffileen kamiyyuu deebii kan argatan nageenyaaf dursa kennuunii-Dooktar Sammaa Xurunaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gaaffiileen kamiyyuu deebii kan argatan walitti bu’iinsaa fi jeequmsa uumuun osoo hintaane nageenyaaf dursa kennuun akka ta’e Sadarkaa Itti Aanaa…
Indaastiraalaayizeeshiniin Ityoophiyaatti mul’achaa jiru jajjabeessaadha- Hayyoota Chaayinaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Indaastiraalaayizeeshiniin Ityoophiyaatti mul'achaa jiru jajjabeessaa ta’uu hayyoonni Yuunivarsiitii Chaayinaa Peekiingi ibsan.
Hayyoonni kunneen…
Federeeshiniiwwan idil addunyaa Aadde Adaanechiif beekkamtii kennan
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti maarshaal aartii babal’isuun, bakkeewwan shaakala ispoortii fi ijaarsa giddugaloota ga'umsa dargaggootaaf gumaacha olaanaa…
Paarkii Booranaatti yaa’iinsi tuuristootaa fooyya’aa jira
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Paarkiin Biyyaalessaa Booranaa hongee dandamachuun tattaaffii tuuristoota hawwachuuf taasisaa jiruun yaa’iinsi fooyya’aa jiraachuu Bulchiinsi Paarkichaa…
Ityoophiyaan hariiroo Filiipiinsi waliin qabdu ciimsuuf fedhii qabdi–Amb.Dassee Daalkee
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan hariiroo Filiipiinsi waliin qabduu cimsuuf fedhii qabaachuu Filiipiinsitti Ambasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Dassee Dalkeen ibsan.…
Oromiyaatti manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 4 ol ijaaruuf karoorfame-BBO
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti manneen jireenya barsiisotaa kuma 4 fi 500 ijaaruuf karoorfamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.
Biirichatti Daayrekterri Qophii…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 99’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 99’tti tilmaamaman to’anno jala oolfamuu Koomiishiniin Gumurukaa beeksise.
Meeshaaleen to’atamaniis,…
Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa misoomsuuf waliigalteen taasifame
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa Dhaabbata Mootummaa Chaayinaa 'CCECC' jedhamu waliin Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa misoomsuuf waliigaltee…
Ijaarsa Gamoo deeggarsa Awuliyaa fi Misoomaaf dhagaan bu’uraa kaa’ame
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ijaarsa Gamoo deeggarsa Awuliyaa fi Misoomaaf dhagaan bu'uraa abbaan darbii 19 kaa'ameera.
Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebee fi…
Obbo Dammaqaan Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif haala Waaqtaawaarratti ibsa…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makoonniin Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif dhimmoota haala…