Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen diimookiraasii sirnaa fi seera hordofuun kabajamuu faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaaf…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Dhaabbileen diimookiraasii sirnaa fi seera hordofuun kabajamuu faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaaf akka dhaabbatan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Dooktar Abiy Ahimad Jila Invastimantii Olaanoo Saa’ud Arabiyaa waliin mari’tan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Invastimantii olaanoo Saa’ud Arabiyaa waliin mari’taniiru.
Mariin isaaniis misoomaa manneenii,…
Boordichi guyya kenninsa sagalee filannoo irra deebii fi haftee marsaa 6ffaa ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa guyya kenninsa sagalee, filannoo irra deebii fi haftee marsaa 6ffaa Waxabajjii 16, 2016 ta’uu ifoomse.…
Sabboonummaan dinagdeen hindabaalamne hir’uudha-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)-Sabboonummaan dinagdeen hindabaalamne hir’uudha jechuun Pireezidaantii Ittaanaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin dubbatan.
Raawwiin Boordii…
Godina Shawaa Bahaatti Miseensonni Shanee 416 harka kennatan
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Bahaatti miseensonni Shanee 416 karaa nagaatiin harka kennatan.
Miseensonni kunneen godinicha Aanaa Dugdaa keessa socho'uun hawaasa…
Himatamtoonni Qasiis Balaay fa’aan mana amala sirreessaa akka bu’an ajajame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Sanada Sobaan Herrega Gamtaa Afrikaarraa Doolaara miiliyoona 6 fi kuma 50 baasuuf yaalii taasisuun kannneen himataman Qasiis Balaay fa’aan Mana Amala…
Itiyoophiyaanonnii deeggarsa Hidha Haaromsaaf taasisan cimsanii akka itti fufan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa deeggarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf taasisan cimsanii akka itti fufan Ameerikaatti Embaasiin…
Yaa’iin Sinoodoosii Mana Amantaa Ortodoksii Itiyoophiyaa xumurame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Yaa’iin Waiigalaa Sinoodoosii Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa xumurame.
Xumuramuu yaa’ichaa ilaalchisuunis Paatiriyaarkiin mana…
Beenishaangul Gumuzitti hospitaalli sadarkaa jalqabaa Birrii miiliyoona 169’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Obbo Ashaadilii Hasan Beenishaangul Gumuzitti Hospitaalli Sadarkaa Jalqabaa Buuldiigiluutti Birrii miiliyoona 169’n ijaarame…
Wallaggaa Lixaatti dhaabbiin Ashaaraa Magarsiisaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Jilli hogganaa Biiroo qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Boojjii Dirmajitti Dhaabbii Ashaaraa Magarsiisaa…