Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessaniif lafa Invastimanti…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 781 ol ta'an Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii…
Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) –Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota ogummaa adda addaan sagantaa idilee fi idileen alaan barsiisaa ture kuma 1 ol marsaa 7ffaaf eebbisiisaa jira.…
Yuunivarsiitiwwan garaagaraa barattoota eebbisisan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )- Yuunivarsiitiin Haramaayaa fi Arsii barattoota gosa barnootaa gargaraan barsiisaa ture eebbisisaniiru.
Yuunivarsitiin Haramaayaa Marsaa 70ffaaf…
Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisise
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017_Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisa ture Kuma 2 ol eebbisiseera.
Yuunivarsiitichi Barattoota Digirii…
Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota 998 eebbisise
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )-Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture 998 guyyaa har’aa eebbisiseera.
Sirna…
Itiyoophiyaan Paan-Afrikaaniizimiin akka cimuuf gahee ishee bahachaa jirti- Dooktar Tasfaayee…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan yaadama man-dhalee maddisiisuun Paan-Afrikaaniizimiin akka cimuuf gahee ishee bahachaa jirti jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti…
Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan jila Azerbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Dura Taa’aa Dhaabbata Paabilik Sarvisiifi Kalaqa Hawaasummaa Oolivii Meediiyeev fi Ambaasaaddara…
Rizoortiin Keellaa Halaalaa bakka hawwata tuurizimii ogummaa ijaarsaa ammayyaa gonfatee dha
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017 ( FMC) - Miseensonni paartilee morkattootaa Rizoortiin Keellaa Halaalaa bakka ga’umsa tuuriztootaa ogummaawwan ijaarsaa ammayyaa’oon itti walga’anii dha…
Godina Qeellam Wallaggaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaaf biqiltuun miiliyoonni 300 ol qaphaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Godina Qeellam Wallaggaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 300 ol qaphaa’eera jedhe Waajjirri Qonnaa…
Deeggarsi hojiilee misooma waaraa Itiyoophiyaaf godhamu cimee itti fufa- Mootummoota Gamtoomanii
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2017(FMC)- Mootummoonni Gamtoomanii deeggarsi hojiilee misooma waaraa Itiyoophiyaaf godhamu cimee itti fufa jedhe.
Mootummoonni Gamtoomanii Itiyoophiyaatti…