Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Deeggarsa Namoomaa lammiilee Godina Gaamootti Balaa sigiga Lafaan Miidhamaniif Cimee Itti Fufe
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Giddu Gala Daalol, namoota godina Gaamoo aanaalee garaa garaa keessatti balaa sigiga lafaa mudateen miidhamaniif…
Kantiibaa Adaanech Ayyaana Iid Al Faxir Sababeeffachuun Maaddii qoodan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Al Faxir waggaa kuma 1fi 447ffaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.…
Sirni Solaataa Ayyaana Iid Al Faxir Sadarkaa biyyaalessaatti milkaa’inaan xumurame – Poolisii…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Sirni Solaataa Ayyaana Iid Al Faxir waggaa kumni 1 fi 447ffaan Sadarkaa biyyaalessaatti milkaa’inaan xumurameera jedhe Poolisiin Federaalaa.
Akka…
Sirni Solaataa Ayyaana Iid Al Faxir haala ho’aa ta’een kabajame – Poolisii
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Sirni Solaataa Ayyaana Iid Al Faxir waggaa kuma 1 fi 447ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffame milkiin xumurame jedhe Qajeelchi Poolisii Magaalichaa.…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Giifti Duree Zinnaash…
Ayyaanni Iid Al Faxir Magaalaa Bishooftuutti kabajame
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1447ffaan Magaalaa Bishooftuutti bifa ho'aa ta'een kabajameera.
Ayyaanichi karaa duudhaa amantichaa eeggateen kan…
Ayyaanni Iid Al Faxir karaa duudhaa amatichaan eegeen kabajame- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Ayyaanni Iid Al Faxir waggaan kumni 1fi 447ffaan karaa duudhaa amatichaan eegeen magaalaa Finfinneetti kabajameera jedhan Kantiibaan Magaalichaa Aadde…
Ayyaanni Iid Al-Faxir Naannoo Harariitti Kabajamaa Jira
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) - Ayyaanni Iid Al-Faxir waggaa 1447ffaan Naannoo Harariitti kabajamaa jira.
Ayyaannichi hordoftoota amantii Musliimaa biratti haala ho’aa ta’een…
Ayyaanni Iid Al-Faxir Kabajamaa Jira
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) - Ayyaanni Iid Al-Faxir 1447ffaan haala ho'aan ta’een kabajamaa jira.
Ayyaannichi hordoftoota amantichaa biratti sirnoota amantii garaa garaatiin…
Iid Mubaarak!
Hordoftoonni Amantaa Isilaamaa hundi baga ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaan nagaan isin ga'e.
Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaa fi kan gammachuu akka isiniif…