Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Feestivaala Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa….
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Feestivaalli Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa guyyaa har’aa Riizoortii Kurriftuu Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Feestivaalichi qindoomina…
Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiise
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiiseera.
Akkaadaamiin Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii…
Kitaabni dhaloota ida’amuu Afaan Urduutti hiikamuun dubbiftootaaf dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin kan barreeffame Kitaabni dhaloota ida’amuu Afaan Paakiistaan Urduutti hiikamuun dubbiftootaaf dhiyaateera.…
Mootummaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojjechaa jira – Dooktar Tolaa Bariisoo
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Manni Barumsaa Xiijoo sadarkaa 2ffaa godina Arsii aanaa Digaluufi Xiijootti Birrii miiliyoona 38 oliin ijaarame eebbifameera.
Hogganaa Biiroo Barnootaa…
Tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa jira- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Awutoomeeshinii fayyadamuun kenniinsa tajaajilaa kan cimsu tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa…
Godinaalee Hadiyyaafi Silxeetti qe’eewwan moodela baadiyyaa ijaaraman dabarsinee kennineerra-…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godinaalee Hadiyyaafi Silxeetti qe’eewwan moodela baadiyyaa ijaaraman dabarsinee kennineerra jedhan.…
Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa Kaajaa Kaalaas waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin…
Naannawaan daldala bilisaa Afrikaa Itiyoophiyaatti eegaluun tarkaanfii mootummaa waadaa gochatti…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018 (FMC) – Naannawaan daldala bilisaa Afrikaa Itiyoophiyaatti eegaluun tarkaanfii mootummaa waadaa gochatti jijjiiruu kan mul’isedha jedhan Sadarkaa Ministira…
Miidhaa dubartootaafi daa’imman irra gahu ittisuun itti gaafatamummaa hawaasa hundaati
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Miidhaa dubartootaafi daa'imman irra gahu ittisuun itti gaafatamummaa hawaasa hundaati jedhe Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa'imman Oromiyaa.
Biiroon…
Irreechi Malkaa bakkeewwan adda addaatti kabajamuu itti fufeera
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC) – Irreechi Malkaa bakkeewwan adda addaatti akkaataa duudhaalee isaa eegeen kabajamuu itti fufeera.
Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleettii…