Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi filannoo Naannoo Filannoo Gommaa 2ffaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad itti…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) - Adeemsi filannoo Naannoo Filannoo Gommaa 2ffaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad itti dorgomanitti geggeeffamaa jiru haqa-qabeessa fi diimokiraatawaa…
Godina Wallagga Lixaa naannolee filannoo adda addaatti adeemsi sagalee kennuu akkuma itti fufetti…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Godina Wallagga Lixaa naannolee filannoo Gimbii fi Najjoottii adeemsi sagalee kennuu akkuma itti fufetti jira.
Uummanni magaalaa Gimbiifi Aanaa Gimbii…
Buufataaleen Filannoo kumni 50 fi 188 yeroon banamaniiru – Boordii Filannoo Biyyaaleessaa
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) - Buufataaleen Filannoo kumni 50 fi 188 yeroon banamaniiru jedhe Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa.
Walitti-qabduun Boordichaa Meelaatwarqi…
Dura taa’aan Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Dooktar Abdilqaadir Adam sagalee kennan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Dura taa’aan Paartii Walqixxummaa fi Bilisummaa Dooktar Abdilqaadir Adam Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Naannoo Filannoo 24tti argamuun sagalee isaanii…
Misxirasillaasee Taammiraat sagalee kennite
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Barreessituu Olaantuun Paartii Warraaksa Ummattoota Itiyoophiyaa Misxirasillaasee Taammiraat sagalee kennite.
Filannoon marsaa torbaffaan kan nageenya biyyaa fidu waan ta’eef hundii keenya baanee filanne…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC) - Filannoon marsaa torbaffaan kan nageenya biyyaa fidu waan ta'eef hundii keenya baanee filannee jedhu abbootiin amantaa aanaa sokorruu buufata Qumbiitti…
Filannoon dhiibbaa tokko malee gaggeeffamuun diree diimookraasii dagaagsa – Paartilee Morkattootaa
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Filannoon dhiibbaa tokko malee gaggeeffamuun diree dimookraasii dagaagsa jedhan Paartileen Morkattootaa Magaalaa Maayaatti dorgoman.
Miseensonni…
Qaama borii koo tolchuu danda’u filadheera – Obbo Muhaammad Utee
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC) – Obbo Muhaammad Utee jedhama jiraataa aanaa Shabee Somboo magaala Shabee yoo ta'uu Qaama borii koo tolchuu danda'u filadheera jedhan.
Obbo Muhaammad…
Ummanni Sagalee isaan hiree isaa akka murteessu diinaafis firaafis agarsiiseera- Pir. Shimallis…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 (FMC)- Filannoo Waliigalaa 7ffaan ummanni sagalee isaan hiree isaa akka murteessu diinaafis firaafis agarsiiseera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen sagalee isaanii kennan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen sagalee isaanii kennaniiru.