Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa Maaddii Guutuu oomishtummaa damee qonnaa guddisaa jiru
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan wabii nyaataa fi birmadummaa nyaataa ishee mirkaneessuuf damee qonnaa keessatti hojiiwwan misoomaa bal’aa hojjechaa jirti. Hojiiwwan misoomaa…
Korporeeshiniin Konistraakshinii Oromiyaa galii Birrii biiliyoona 17.5 ol argate
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Korporeeshiniin Konistraakshinii Oromiyaa (OCC), bara bajataa 2018 galii Birrii biiliyoona 17.5 ol argachuun karoora isaa keessaa %95 milkeessuu beeksise.…
Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu gadaa addunyaaf gumaache -Aadde…
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) –Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu sirna gadaa addunyaaf gumaache jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa aadde…
Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan oomishtummaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan Oomishtummaa mata duree "Oomishtummaan Bu'uura Birmadummaati!" jedhuun sagantaawwan garagaraatiin…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Guyyaa Oomishtummaa
Abbootiin keenyaa dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa daangaa Itiyoophiyaa eeguun biyya guddoo nu dhaalchisaniiru.
Har’as karaa haaraa fi seenaa qabeessa,…
Kaartaa, Afrikaa waggoota 500 oliif xiqqeessee agarsiisaa ture
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Mootummoonni Gamtoomani(UN) waggoota 500 ol booda Afrikaaf bifaa fi bal’ina ishee sirriitti kan ibsu kaartaa haaraa akka qabaattuuf murtee dabarsuun isaa…
Yeroon Waliigaltee Kireessaa fi Kireeffataa Haaromsuu Hanga Qaammee 5tti Dheerate
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Yeroon xumuraa waliigaltee kireessaa fi kireeffataa haaromsuu hanga Qaammee 5, 2018tti dheerachuu isaa Biiroon Misoomaa fi Bulchiinsa Manneen Magaalaa…
Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloon Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Biyyoonni naannawichaa qajeeltoo fayyadamummaa waloo fi karaa nagaan Itiyoophiyaaf karra galaanaa mijeessuun, jireenya isaanii waloo mirkaneessuu qabu…
Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta’eera – TKM
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) — Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta'eera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilichi ibsa fuula…
Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf tattaaffii isaa cimsee itti fufa –…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf hojiiwwan tola ooltummaa hojjetu cimsee akka itti fufu Hojii Raawwachiistuu Olaantuun…