Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Piroojektoonni murteessoo Goondaritti hojjetamaa jiran saffisaan akka xumuraman…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektoota murteessoo Goondaritti hojjetamaa jiran gamaaggamuu ibsaniiru.
Turtii xumura…
Horaa Tireediing sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Horaa Tireediing sosochii Itiyoophiyaa qulqulluutti makameera.
Dhaabbatichi Birrii miiliyoona 2 gumaachuun sosochichatti makameera.
Kaleessa duula…
Magaalichatti galteewwan nyaataa manakuusaa keessatti seeraan ala kuufaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti Zayinni nyaataa, Sukkaarri, Daakuu, Ruuzii, Missirrii fi Xaa’oon biyyoo manakuusaa keessatti seeraan ala kuufame…
Mootummaan Naannoo Amaaraa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad galateeffate
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad galateeffataniiru.
Rigichi Laga Abbayaa sagantaa…
Hawwiin keenya Itiyoophiyaa fooyyoftuu gamtaan ijaaramte arguudha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee Duula Teeleetoonii Dijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf qophaa'erratti hirmaatan hunda…
Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Guyyaa tokkoon Birrii miiliyoonni 154 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf har'a gaggeeffameen Birrii miiliyoonni 154 fi…
Koreen Olompikii Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 8 duula Teeleetoonii Diijitaalaaf gumaache
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Koreen Olompikii Itiyoophiyaa duula Teeleetoonii Diijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuu qophaa'eef…
Dubaayii fi Kaaba Emireetootaatti Waldaan Hawaasa Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 1 fi kuma 560 duula…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Dubaayii fi Kaaba Emireetootaatti Waldaan Hawaasa Itiyoophiyaa duulaTeeleetoonii Diijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii…
Atileetoonni Itiyoophiyaa miidhagduu fi Qulqulluu uumuuf fakkeenyaaf ta’uu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Atileetoonni fiigichaan injifachuu qofa osoo hin taane Itiyoophiyaa miidhagduu fi Qulqulluu uumuuf fakkeenyaaf ta'uu akka qaban Ministirri Muummee FDRI…
Dhaabbanni Ooviid Giruuppi duula Teeleetoonii Diijitaalaaf Birrii miiliyoona 16 gumaache
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Ooviid Giruuppi duula Teeleetoonii Diijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuu qophaa'eef…