Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti caasaan bulchiinsa gandaa bifa haaraan hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) – Ummata Itti dhiyeenyaan caalmaatti Tajaajiluuf Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti caasaan bulchiinsa gandaa bifa haaraan hundaa’eera.
Haaluma kanaan…
Dooktar Abiy Ahimad Biilgeetis waliin kilaastara qamadii fi horsiisa lukkuu daawwatan
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooressa Addunyaa Biilgeetis waliin kilaastara misooma qamadii fi horsiisa lukkuu daawwataniiru.
Dooktar…
Hanga ammaatti Adeemsi ajandaa walitti qabuu naannoleetti gaggeeffame milkaa’eera-Pirof. Masfiin…
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)- Hanga ammaatti adeemsi ajandaa walitti qabuu naannoleetti gaggeeffamee milkaa’aa ta’uu komishinarri Komishinii Marii biyyaalessaa Pirofeesar Masfiin…
Guyyoottan kurnan itti aanan Roobni cimaan idileen olii waan jiraatuuf of eeggannoon akka taasiifamu…
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) – Guyyoottan kurnan itti aanan keessa Roobni cimaan idileen olii waan jiraatuuf naannawaan balaa lolaaf saaxilamoo ta’an of eeggannoo akka taasiisan…
Ajajni Bahaa Dandeettii Humnoota Nageenyaa Naannoo Somaalee guddisuuf gumaacha olaanaa taasiisuu…
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) – Ajajni Bahaa Dandeettii Humnoota Nageenyaa Naannoo Somaalee guddisuuf gumaacha olaanaa taasiisuu hoggantoonni Nageenyaa naannichaa ibsaniiru.
Raayyaan…
Oromiyaatti Galmeen Barattootaa bara barnootaa 2017 eegale
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Galmeen barattootaa bara barnootaa 2017 har'aa eegaleera.
Jilli Hoogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon durfamu…
Y/Finfinnee hojmaata haaraa simannaa barattootaa 2017 hojiirra oolchuufi
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)-Yuunivarsiistiin Finfinnee, hojmaata haaraa simannaa barattootaa, bara 2017 eegalee akka hojiirra oolchu ibse.
Hojmaatichi yuunivarsiiticha dhaabbata…
Bittaa Xaa’oof Doolaarri biiliyoonni 1.3 eeyyamame
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) –Xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 25 bituuf Mootummaan Doolaara biiliyoonni 1.3 eeyyamuu ibsame.
Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa bara…
Kurfaa Calleetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Kurfaa Calleetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)-Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Calleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2…
Magaaloonni Itiyoophiyaa waggaan % 5.4 guddina agarsiisaa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Magaaloonni Itiyoophiyaa waggaan % 5.4 guddina agarsiisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uraalee misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin himan.…