Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galan
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Bahiirdar galeera.
Jilichi waayita Magaalaa Bahiirdar ga’u…
Aadde Adaanech Abeebeen lammiilee kuma 255 oliif Maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiika Sababeeffachuun lammiilee galii gadi aanaa qaban kuma 255 oliif Maaddii qoodaniiru.…
Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 148 galmeessisan kuma 3 fi 700 oliif…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa Kaappitaalaa Birrii biiliyoona 148 galmeessisan kuma 3 fi 700 oliif lafa invastimnati…
Piroojektoonni Maddii biyyaan hojjetaman naannoleef dabarfaman
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Piroojektoonni Maddii biyyaan hojjetaman naannolee Oromiyaa, Amaaraa fi Kibba Itiyoophiyaaf dabarfamaniiru.
Piroojektoonni kunneen sagantaa…
Guyyoota itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu Rooba salphaa hanga cimaa argatu jedhame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Guyyoota itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu Rooba salphaa hanga cimaa kan argatan ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Ejensichi Balaa Tiraafikaa hir’isuf xiyyeffannaan hojjecha jiraachuu ibse
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Ejensiin Geejjiba Oromiyaa balaa Tiraafikaa hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu ibseera.
Ejensiichi…
Manni Maree naannicha gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan 9 gaggeessuu eegale
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan saglan darbanii gaggeessuu eegaleera.
Pireezidaantii naannicha Obbo Ordiin Baadrii…
Naannichi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiise
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Itiyoophiyaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiiseera.
Ayyaana Sooma Hiikaa…
Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif simannaan taasiifamaa jiraachuu ibsame.
Ministirri…
Boba’aan seeran ala socho’aa ture Barmeelli 46 to’atame
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Boba’aa seeran ala socho’aa ture Barmeela 46 to’achuu Poolisiin magaalaa Miizaan Amaan ibse.
Naafxaan Barmeelli 35 fi Beenzilli barmeelli 11 karaa seeraan…