Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Irreechaa dudha isaa eegee milkaa’inaan akka kabajamuuf hawaasni tumsuu qaba –…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Harsadee karaa dudha isaa eegeen milkaa'inaan akka kabajamuuf hawaasni…
Kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018(FMC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomse.
Haaluma…
Har’a taatee seenaa Itiyoophiyaanota hunda boonsu raawwanne – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018(FMC) - Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa warshaa xaa’oo Yuuriyaa fi warshaa boba’aa calaluuf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Yuuniivarsiitiin Siivil Sarvisii Itiyoophiyaa maqaa fi hojimaata isaa jijjiire
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC)-Yuuniivarsiitiin Siivil Sarvisii Itiyoophiyaa maqaa fi hojimaata koo jijiiire jedhe.
Pirezidaantiin Yuuniivarsiitichaa Dooktar Nigus Taaddasaa ibsa…
Fooramiin Misooma Namaa eegalame
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Fooramiin Misooma Namaa Itiyoophiyaa bara 2025 Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti eegalameera.
Foormichi guyyoota lamaaf kan ta’u yoo ta’u, mata…
Carraa Ayyaanni Irreechaa bu’aa diinagdeefi hawaasummaa fiduuf qabu qixaan itti fayyadamuuf…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018(FMC)- Carraa Ayyaanni Irreechaa bu’aa diinagdeefi hawaasummaa fiduuf qabu qixaan itti fayyadamuuf hojjetameera jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii…
Jijjiiramni Jigjigaatti argame Kutaalee Baha biyyattiif abdii fi kaka’umsa olaanaadha – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Dooktar Abiy baatii…
Baankiin Addunyaa damee loojistiksii Itiyoophiyaa deeggaruu itti fufa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018(FMC)- Baankiin Addunyaa damee loojistiksii Itiyoophiyaa deeggaruu itti fufa jedhan Naannawaa Bahaafi Kibba Afrikaatti Pirezidaantii itti aanaan Baankichaa…
Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Magaalaan Jigjigaa har'a daawwanne kan Baatii…
Ayyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin taasifame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2018 (FMC) – Dhaabbileen Nageenyaafi Tasgabbii Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee milkaa’inaan akka kabajamaniif qophiin xumurameera jedhan.…