Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisaa manneen jireenyaa 232 fayyadamtootaaf dabarse
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Biyyaa Manneen jireenyaa miseensota raayyichaa fi hojjettoota Siiviil sarvisiif magaalaa Hawaasaatti ijaaraman 232 fayyadamtootaaf…
Dooktar Abiy warshaa oomisha Seeraamikaa Gireendiyur eebbisiisan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi hoggantoonni mootummaa olaanoon warshaa oomisha Seeraamikaa Giraandiyur magaalaa Mojootti ijaarame…
Dooktar Abiy Ahimad warshaa Seeraamikaa Giraandiyur eebbisuun tajaajila eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad warshaa Seeraamikaa Giraandiyur eebbisuun tajaajila eegalchiisaniiru.
Qaama imala misooma Indaastirii fi…
Filannoo fi mirga lammiilee…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama.
Akkaataa Heera Mootummaa Federaalaawaa Diimokiraatawaa Rippaablika Itiyoophiyaa keeyyata…
Hojiileen hojjetaman badhaadhinni Itiyoophiyaa kan hin oolle ta’uu ragaa ba’u – Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Hojiileen misoomaa waggoottan shanan darban keessa raawwataman badhaadhinni Itiyoophiyaa kan hin oolle ta’uu ragaa ba’u jedhan Kantiibaan Magaalaa…
Poolisiin Federaalaa Teeknooloojii jabanaa hidhachuun ga’umsa isaa guddiseera – Komishinara…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa Teeknooloojii jabanaa hidhachuun ga’umsa isaa guddiseera jedhan Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash…
Komishinichi ajandaalee marii biyyaalessaa dhaabbilee amantaafi waldaalee siiviiliif dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa ajandaalee yaa’ii marii biyyaalessaa dhaabbilee amantaafi waldaalee siiviiliif dhiyeesseera.
Komishinarri Olaanaan…
Salaale dachee goototaati – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Hiriirri deeggarsaa fi duula nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa kutaalee hawaasaa hunda hirmaachise Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti gaggeeffameera.…
Hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa kutaalee hawaasaa hunda hirmaachisa Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira.
Pireezidaantii…
𝐈𝐧𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞𝐭𝐢𝐯𝐢𝐢 𝐈𝐧𝐝𝐚𝐬𝐭𝐢𝐫𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐝𝐨𝐨, 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐁𝐮’𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐂𝐞’𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐈𝐧𝐝𝐚𝐬𝐭𝐢𝐫𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
Finfinnee, Caamsaa 13,2018(FMC) - Inniisheetiiviin indaastirii godoo bu'uura ce'umsa indaastiriiti jedhan pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
Obbo shimallis…