Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalichaa hojiilee dhiibbaa qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetaman gamaaggame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen hojiilee kenniinsa tajaajilaa, dhiibbaa qaala’iinsa jireenyaa hir’isuufi gabaa…
Manni marichaa adeemsa filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaa irratti mari’ate
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa yaa'ii idilee 14ffaa har’a gaggeesseen adeemsa filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaa irratti bal’inaan…
Hojimaanni haleellaa waqtii filannoo dubartoota irra gahu ittisuuf dandeessisu ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa hojimaata haleellaa waqtii filannoo dubartoota irra gahu ittisuuf, galmeessuufi deebii barbaachisaa kennuuf dandeessisu…
Mootummaan gaaffii bu’uuraalee misoomaa deebisuuf hojjechaa jira – Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) –Bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Godina Arsii Lixaatti Piroojektoonni bishaan dhugaatii qulqulluu eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’an.
Magaalaa Shaggar…
Filannoon waliigalaa 7ffaan dirree walqixxummaa uume, mirga filachuu fi filatamuu mirkaneesse
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Filannoon waliigalaa 7ffaan dirree walqixxummaa mirga filachuu fi filatamuu Heera mootummaa kutaalee hawaasaa mirkaneessee jira jedhan Ministirri Deetaan…
Paartiin Badhaadhinaa tarkaanfiiwwan waliigaltee biyyaalessaa cimsan fudhachuun fuulduratti…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa tarkaanfiiwwan waliigaltee biyyaalessaa cimsan fudhachuun fuulduratti tarkaanfachaa jira jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa…
Gaheen Miidiyaalee dhimmoota biyyaalessaa murteessoo akka filannoorratti daran olaanaadha – Aadde…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Gaheen Miidiyaalee dhimmoota biyyaalessaa murteessoo akka filannoorratti daran olaanaadha jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Aadde…
Itiyoophiyaan nagaa fi tasgabbii Afrikaa mirkaneessuuf gaheen qabdu cimee itti fufa – Fiildi…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC )- Itiyoophiyaan nagaa fi tasgabbii Afrikaa mirkaneessuuf gaheen qabdu cimee itti fufaa jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Marshaal…
Biyyoonni dhibbaa isaan mudatu ittisuuf hojmaanni Dhaabbilee Faayinaansii fooyya’uu qaba- Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC)- Biyyoonni rakkoo faayinaansii isaan mudachaa jiru dursanii ittisuu akka danda'aniif hojmaanni dhaabbilee faayinaansii Idil Addunyaa fooyya'uu qaba jedhan…
Magaalaan Finfinnee fi Baakuu Waliigaltee Obbolummaa mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC)- Magaalaan Finfinnee fi Magaalaan gudditti Azarbaajaan Baakuun Waliigaltee obbolummaa mallatteessaniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…