Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misoomni koriidarii moodelli baadiyya qonnaan bultoota kan fayyaduu dha
Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC)- Misoomii koriidarii moodelli baadiyyaa qonnaan bultooti fayyadamoo bu'uuraalee misoomaa fi tekinooloojii akka ta'an gargareera.
Naannoo Giddugala…
Hojiwwan magaalota jireenyaaf mijessuuf hojjetaman haala Gaarii irra jiru
Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Ministirri Magaalaa fi Bu'uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saanii hojiiwwan magaalota miidhagsuu fi jireenyaaf mijessuu haala dammaqinaan hojjetamaa jiru…
Riifoormiin Bulchiinsaa fi Tajaajila Mootummaa kan qophaa’e Seektara hundaafi- Dooktar Makuriyaa…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Riifoormiin Bulchiinsaa fi tajaajila Mootummaa kan qophaa’e seektara hundaafi jedhan Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa Dooktar…
Hawaasni qindoominaa fi tokkummaan nageenya naannoo isaa eeguu qaba- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Sadaasa 7, 2018 (FMC)- Hawaasni qindoominaa fi tokkummaan gurmaa’uun nageenya naannoo isaa eeggachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera Geejjiba afi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Naannoo Afaaritti hojiileen dandeettii tuurizimii guddisuu danda’an hojjetamaa jiru- Obbo Adam…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti hojiileen dandeettii tuurizimii guddisuu danda’an hojjetamaa jiru jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan…
Itiyoophiyaan COP32 akka qopheessituuf filatamuun ishee kutannoo damichaan qabduuf beekamtii kan…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii qabeenya qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii COP32 akka qopheessituuf filatamuun ishee kutannoo damichaan qabduuf beekamtii kan kennedha…
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob komii uummanni kenniinsa tajaajilaarratti qabu ni fura- Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob komii uummanni kenniinsa tajaajilaarratti qabu waaraan fura…
Jaalalli Walloorraa maddu Itiyoophiyaa maraaf ga’aadha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Jaalalli Walloorraa maddu Itiyoophiyaa maraaf ga'aadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Uuummata Kamisee ijaan dhufee ilaaluuf bara…
Dhaabbanni tajaajila nageenya aviyeeshinii daandii qilleensichaa madaalu ijaaramaa jira-…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Dhaabbanni tajaajila nageenya aviyeeshinii Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa madaalu ijaaramaa jiran jedhan Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaafi…
Godina Iluu Abbaa Booritti oomishni inisheetivii misooma baala shaayee gabaaf dhiyaachuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Mattuutti oomishni inisheetivii misooma baala shaayee gabaaf dhiyaachuu eegaleera.
Godinichatti oomishni baala shaayee Aanaa…