Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni filannoorratti haalaan hirmaachuu – Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Gadaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Filannoo waliigalaa misooma hundagaleessa mirkaneessuuf gahee qaburratti lammiileen kaardii fudhatan hund sirnaan hirmaachuu qabu jedhan Jaarsoliin Biyyaa…
Nageenyi lammiilee Sa’udii Arabiyaa jiraatanii eegamuu qaba – Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos, nageenyi hojjettoota Itiyoophiyaa Sa'udii Arabiyaa jiraatanii eegamuu qaba jedhan.
Dooktar…
Pirojeektiin Bishaan dhugaatii Halloo Gobbaa eebbifamuun tajaajilaaf baname
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Hawwii Guddinaatti Pirojektiin Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 800 fi miiliyoona 92’n ijaarame eebbifamuun tajaajilaaf…
Itiyoophiyaan fooramii magaalotaa idil-addunyaa irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa fooramii idil-addunyaa 13ffaa Azarbaajaan magaalaa Baakuutti gaggeeffamaa jiru irratti hirmaachaa jira.
Kantiibaan magaalaa…
Harri Maayaa deebi’uun bu’aa Ashaaraa Magariisaati- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC)- Harri Maayaa deebi’uun bu’aa Ashaaraa Magariisaati jedhan Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen Xurunaan gama miidiyaa…
Odeeffannoon qabeenya tarsiimawaa bara kanaa fi utubaa ijoo birmadummaati- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Odeeffannoon qabeenya tarsiimawaa bara kanaa fi utubaa ijoo birmadummaa biyya jabduun ittiin ijaaramtudha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Dhaabbatichi guutummaatti gara diijitaalaatti ce’eera- Dooktar Meeroon Kaffalaw
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Tajaajilli Istaatistiksii Itiyoophiyaa guutummaatti gara diijitaalaatti ce’eera jedhan Itti aantuun Daayrektara Olaanaa dhaabbatichaa Dooktar Meeroon…
Kana dura odeeffannoon biyyaalessaa hirkattummaa jala ture – Dooktar Fitsuum Asaffaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) - Kana dura odeeffannoon biyyaalessaa hirkattummaa jalaa fi hanqina amanamummaa qaba ture jedhan Ministiirri Ministira Plaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum…
Guyyaan Godahambaa Addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) - Guyyaan Godahambaa Addunyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi akka addunyaatti yeroo 49ffaa fi akka Itiyoophiyaatti ammoo yeroo…
Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa tajaajila Istaatiksii biyyaalessaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa agarsiisa tajaajila Istaatiksii ‘Birmadummaa odeeffannoo…