Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa mul’atan furuuf hojjetaa jira – Dooktar Fitsuum…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Mootummaan hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa sadarkaa hundatti mul’atan furuuf hojjetaa jira jedhan Ministirri Ministeera Pilaanii fi Dooktar Fitsuum…
Irreecha haala ho’aa ta’een kabajuuf qopheefnerra – Abbootii Gadaa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Irreecha akkaataa duudhaa aadaa eegeen haala ho’aa ta’een kabajuuf qopheefnerra jedhan Abbootiin Gadaa.
Irreechi baranaa mata duree ‘Irreechaa…
Tajaajilli Giddugala tokkoo Masoob Tajaajila lammiileef kannemu ni fooyyessa – obbo Araggaa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannaa Amaaraatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob magaalaa Bahiirdaaritti hojii eegaleera.
Pireezidaantii naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa,…
Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Ayyaanni Masqalaa Magaalota garaagaraatti kabajamaa jira.
Haaluma kanaan Magaalota Maayicawu, Aksuum, Humaraa fi Addigiraatitti kabajamaa jira.…
Ayyaanni Masqalaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) - Ayyaanni Masqalaa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa guutuu Itiyoophiyaatti argaman biratti kabajamaa jira.
Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad,…
Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira-…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajajni Bahaa sochii garee finxaaleyyii hordofuun tarkaanfii fudhachuun nageenya mirkaneessaa jira jedhan Itti aanaan Itaamaajoor…
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera- Kantiibaa…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaanni Daamaraa Masqalaa yeroodhaa gara yerootti haala ho’aa ta’een kabajamaa dhufeera jedhan.…
Ayyaanonni Uummataafi amantaa agarsiistuu heddummina Itiyoophiyaati- TKM
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ayyaanonni Uummataafi amantaa agarsiistuu heddummina Itiyoophiyaati jedhe.
Ayyaanni Daamaraa Masqalaa hambaalee…
Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Masqalaa ayyaana irra…
Aadde Adaanech Ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018 (FMC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Masqalaa fi Irreechaa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.
Kutaalee magaalotaa fi aanaalee…