Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imalli badhaadhinaa keenya qabeenya itti hin fayyadamamne giddugala misoomaa gochuun madaalama-…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Imalli badhaadhinaa magaalaa keenyaa kan madaalamu qabeenya itti hin fayyadamamne giddugala misoomaa gochuunidha jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa walitti dhufeenya naannolee gidduu jiru cimsuu itti fufa – Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa walitti dhufeenya naannolee gidduu jiru cimsuu irratti invastimantii guddaa taasisuu cimsee itti fufa jedhan Pirezidaantiin…
Hojiiwwan Nageenyaa fi Misooma waloo Fayyadamummaa Hawaasaa Guddisuuf Naaannoolee sadaniin…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Tumsa naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuz fi Gaambeellaa gidduu jiruun faayidaa Nageenyaa fi Misooma waloo fayyadamummaa hawaasaa guddisuuf hojiileen…
Warshaan xaa’oo Goodee yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu yoo ta’u, rakkoolee ijoo…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Warshaan xaa'oo Goodee yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu yoo ta'u, rakkoolee ijoo Itiyoophiyaa keessaa tokko kan hiiku ta'a jedhan Ministirri Muummee…
Adeemsi saffisa ijaarsa warshaa xaa’oo jajjabeessadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad adeemsi saffisa ijaarsa warshaa xaa'oo jajjabeessadha jedhan.
Waggaa darbe baatii Hagayyaa keessa Piroojektii…
Ergaa Ittaanaa Ministira Muummee
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) –Misoomni Koriidarii Baadiyyaa Naannoo Hariirii haala jireenyaa Qonnaan Bultootaa jijiiruun agarsiiftuu olaanaadha jedhan Ittaanaan Ministira Muummee obbo…
Badhaadhinni Paartii qormaatilee carraatti jijjiiruun utubaa sirnaafi Ijaarsa biyyaa dhugoomsedha…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) –Magaalaa Shaggar kilaastera Sulultaatti hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa kutaalee Magaalaa Mana Abbichuufi Sulultaa hirmaachise Istaadiyeemii Kutaa…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee miseensota raayyaa nageenyaa leenjiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee miseensota raayyaa nageenyaa kuma 12 marsaa 7ffaaf leenjiisaa ture eebbisiiseera.
Raayyaan nageenyaa kunneen kutaalee…
Hiriira deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa kilaastera Sulultaatti
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018(FMC) – Hiriirri deeggarsaa fi duulli nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa magaalaa shaggar kutaa magaalaa sulultaatti gaggeeffamaa jira.…
Itiyoophiyaan Afriikaa Keessatti Biyya guddina %10.2 galmeessistuudha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 8, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Afriikaa keessaa biyya guddina % 10.2 galmeessistuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummeen har'a…