Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordichi dhaabbilee hawaasa siiviilii waliin mari’ate
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee hawaasa siiviilii Filannoo Waliigalaa 7ffaa taajjabaniif waltajjii hubannoo uumuu gaggeesseera.…
Aadde Adaanech Abeebeen Azerbaajaanitti Tajaajila Giddugala tokkoo diijitaalaa Asaan daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Azerbaajaanitti Tajaajila Giddugala tokkoo diijitaalaa salphaa Asaan daawwataniiru.
Aadde…
Carraalee invastimantii Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Carraaleen invastimantii Itiyoophiyaa keessa jiran abbootii qabeenyaa biyya keenyaaf beeksisuuf nu gargaaru jedhan ambaasaaddaroonniifi dippiloomaatonni…
Daawwannaa Baakuutti taasifneen misooma magaalaa keenyaaf muuxannoo guddaa qooddanne- Kantiibaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC) – Daawwannaa Azerbaajaan magaalaa Baakuutti taasifneen misooma magaalaa keenyaaf muuxannoo guddaa qooddanneerra jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Hojiileen birmadummaa daataarratti hojjetaman jireenya lammiilee fooyyessuuf tajaajiluu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Hojiileen birmadummaa daataarratti hojjetaman jireenya lammiilee fooyyessuuf tajaajiluu qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Birmadummaan daataa biyya cimaa ijaaruuf murteessadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) –Biyya cimaa ijaaruu fi bilisummaa imaammataa mirkaneessuuf birmadummaan daataa dhimma akkaan murteessadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Yaaliin Sudaanii fi Itiyoophiyaa walitti buusuu, fedhii humnoota alaati – Gaazexeessituu Sudaan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Yaaliin Sudaanii fi Itiyoophiyaa walitti buusuu tibbana mul’atu, fedhii lammiilee Sudaan osoo hin taane fedhii humnoota alaati jette Gaazexeessituun…
Yaadamoota qabeenya kuufamaa Itiyoophiyaa mul’isaan…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Kaka’umsa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin kan eegalaman Piroojektoonni Maaddiin Shaggariif, Maaddiin Biyyaa fi Maaddiin dhalootaaf bifa…
Hawaasni filannoorratti haalaan hirmaachuu – Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Gadaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2018 (FMC) – Filannoo waliigalaa misooma hundagaleessa mirkaneessuuf gahee qaburratti lammiileen kaardii fudhatan hund sirnaan hirmaachuu qabu jedhan Jaarsoliin Biyyaa…