Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhugoomni abdii badhadhinaa kunuunsaa fi eegumsa qabeenya taasisnu irratti hundaa’a-Pir.Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Dhugoomni abdii badhadhinaa, kunuunsaa fi eegumsa qabeenya taasisnu irratti hundaa’a jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa OBbo Shimallis…
Poolisiin daandilee sochii tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Jala bultiin Ayyaana Cuuphaa (Kataraa) fi Ayyaana Cuuphaa kabajamu hordofee daandileen sochii tiraafikaaf cufaa ta’an Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Hambaaleen Injifannoo Adwaan walqabatan 82 kennaman
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Waamichaa Dhiyaate Hordofee Dhaabbanni maatiin Emaadi Tireediingi (AMD Trading) Hambaalee Injifannoo Adwaan walqabatan 82 dabarsanii kennuu kantiibaan…
Hidhi Haroomsa hojiirraa oolmaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaaf gahee olaanaa qaba-Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Hidhi Guddicha Haroomsa Itiyoophiyaa xumuramuun damee inarjiin dandeetti olaanaa taa’uun hojiirra oolmaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaaf gahee olaanaa…
Waltajjiin gamaaggama raawwii baatiiwwan 6 Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Waltajjiin gamaaggama raawwii baatiiwwan 6 Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera.
Sagantaa xumura waltajjicharratti…
Guyyaan Sabaaf Sablammoota 18ffaa seennessiin Itiyoophiyummaa Olaanaan kan irratti…
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC) –Guyyaan Sabaa fi sablammoota 18ffaan Seennessi Ityoophiyuumma kan irratti calaqqisifamee ta’uu Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaawu Tashaagar…
Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa eegale
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa Dhaabbilee Barnootaa Olaanootti eegaluu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…
Hojmaataa fi Naamusa Mana Marichaa fooyyessuuf hojjetamaa jira-MMBU
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)–Hojmaataa fi Namuusa miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fooyyessuuf hojjetama jiraachuun ibsameera.
Gabaasni fooyyeessa dambii hojimataa fi…
Xiyyaara Imaltootaarra miidhaa salphaan qaqqabuu Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Maqalee, Buufataa Xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaatti xiyyaara Imaltootaarra miidhaan salphaan qaqqabuu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise.
Miidhaa…
Duulli misooma Sululaa Godina Shawaa Bahaatti eegalee
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Duulli misooma sululaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aattis eegaleera.
Duulichas Sadarkaa Pireezidaantii Ittaanaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa…