Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni awwaalchaa Piroofeesar Laaphisoo raawwate
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Sirni awwaalchaa Piroofeesar Laaphisoo Geetahuun Deelleboo bakka awwaalchaa Pheexiroos Waphaawuloositti raawwatameera.
Hoggantoonni mootummaa,…
Godinichatti facaasaan Qamadii jallisii Bonee eegale
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Godina Arsii Lixaatti lafa hektaara kuma 100 fi kuma 47 ol irratti jallisii bonaan Qamadii misoomsuuf facaasaan eegaleera.
Godinichatti lafa hektaara…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Godina Shawaa Kaabaatti warshaalee garaagaraa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaatti Paarkii qindeessa Qonnaa, Warshaa Seeraamikii fi Warshaa…
Lammii dorgomaa ta’e horachuuf barnoota qulqullina qabu kennuun barbaachisaadha – Piroofeesar…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Lammii ga’umsa qabuu fi dorgomaa ta’e horachuuf barnoota qulqullina qabu kennuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar…
Guyyaan Sabaaf sablammootaa waliigaltee biyyaalessaa uumuuf gumaacha olaanaa qaba – Obbo Aganyaw…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Guyyaan Sabaaf sablammootaa waliigaltee biyyaalessaa uumuu keessatti gumaacha olaanaa qaba jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyaw…
Oromiyaatti bara kana Piroojektonni jallisii 198 ijaaramaa jiru- BKO
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 piroojektonni jallisii 198 hojjetamaa jiru jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa.
Jijjiiramaan booda mootummaan tarsiimoo…
Fooraamiin Magaaloota Itiyoophiyaa 10ffaan Samaraa Loogiyaatti gaggeeffama
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Fooraamiin Magaaloota Itiyoophiyaa 10ffaan Sadaasa 6- 10, 2018 Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamuuf qophiin xumurame jedhe Ministeerri…
Guyyaa hundeeffama Humna Qilleensaa waggaa 90ffaan sababeeffachuun Sadaasa 21 fiigichi kiiloomeetira…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC)- Guyyaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa waggaa 90ffaan sababeeffachuun Sadaasa 21 fiigichi kiiloomeetira 10 Magaalaa Bishooftuutti ni gaggeeffama.…
Itiyoophiyaan bakka Pirezidaantii Itti aanaa Ispoortii Aadaa Afrikaa argachuun ishee kan…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan bakka Pirezidaantii Itti aanaa Ispoortii Aadaa Afrikaa argachuun ishee kan jajjabeeffamudha jedhan Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii…
Koreen rakkoo Godina Arsiitti mudatee ture akka qulqulleeffatuuf hundaa’e gabaasa isaa jalqabaa…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) – Koreen rakkoo Godina Arsiitti mudatee ture akka qulqulleeffatuuf hundaa’e gabaasa isaa jalqabaa guyyaa har’aa ifoomseera.
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee…