Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ergaa Waajjira Ministira Muummee
Misoomni Koriidarii Baadiyyaa madaalamuu kan qabu bu’uuraalee misoomaa ijaaraman qofaan osoo hin taane, fooyya’iinsa jireenya lammiileerratti argamsiseerratti hundaa’eeti.
misoomni…
Goobee fi Shinooyyee Ifa Birraa lallaban….
Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) - Goobee fi Shinooyyeen, sirna dukkanni gannaa goolabamee boqonnaan ifa birraa itti lallabamuudha.
Barri moofaan xumuramee barri haaraan yemmuu dhufu…
Bara 2018 oomishtoonni kumni 4 ol gara hojiitti galaniiru- Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Bara 2018 keessa oomishtoonni kumni 4 fi 400 gara hojiitti galaniiru jedhe Ministeerri Indaastirii.
Ministeerichi raawwii karoora bara 2018 gamaaggamaa…
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan damee loltummaa fi nageenyaan waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ameerikaan damee loltummaa fi nageenyaan tumsa tarsimawaarratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Jilli loltummaa Raayyaa Ittisa…
Yaa’iin marii biyyaalessaa agarsiistuu guddummaa Itiyoophiyaati- Mari’attoota
Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Yaa’iin marii biyyaalessaa agarsiistuu guddummaa Itiyoophiyaati jedhan dargaggoonni yaa’icharratti hirmaatan.
Yaa’iin marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa…
Tajaajila lammummaa badhaadhina maatii dhugoomsaa jiru…
Finfinnee, Hagayya 14, 2018(FMC)- Hojiin Tajaajila Lammumaa hojii humna, faayidaa fi fedhii hawaasaan hojjetamudha.
Akka biyyaatti hojii kanaaf xiyyeeffannoo guddaan kennamee hojjetamaa…
Finfinnee: Magaalaa mijattuu fi dorgomtuu ta’uu mirkaneessaa jirtu
Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC) — Finfinneen misooma koriidarii, haaromsa magaalotaa fi misooma qarqara lagaa gaggeeffameen daran miidhagdee, guutummaatti jijjiiramteetti. Magaalaa…
Oromiyaatti galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 eegale
Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 guyyaa har’aa eegaleera.
Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon galmee…
Ayyaana Mawuliidaa warreen rakkatan gargaaruun fi walooma cimsuun kabajuu qabna- Mana Marichaa
Finfinnee, Hagayya 14, 2018 (FMC)- Ayyaana Mawuliidaa warreen rakkatan gargaaruun fi walooma cimsuun kabajuu qabna jedhe Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa.
Manni…