Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paarkii Araadaa carraa hojii fi tuurizimii guddisuuf gahee olaanaa qaba – Kantiibaa Adaanech…
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Paarkiin Araadaa magaalaa Finfinnee keessatti ijaarame carraa hojii uumuu fi tuurizimii guddisuuf gahee olaanaa qaba jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee…
Itiyoophiyaa – Giddugala Humna Haaromfamaa Baha Afrikaa
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Itiyoophiyaan waggoota saddeettan darbanitti diinagdee magariisaa dandamataa ta’e ijaaruu fi misooma humna haaromfamuu irratti hojii bal’aa hojjechaa…
Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf Itiyoophiyaanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu-…
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf tattaffii taasifamuun Itiyoophiyanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu jedhan Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee.…
Marichi dhaloota dhufuuf Itiyoophiyaa fooyyofte ijaaruuf carraa uuma – hirmaattota marichaa
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Yaa'iin marii biyyoolessaa wal-dhabdee mariidhaan furuun, Itiyoophiyaa fooyya'iinsa qabdu ijaaranii dhalootaaf dabarsuuf carraa guddaa uuma jedhan…
Hojmaanni lammiileen byyoota alaa mana Jireenyaa akka argatan eeyyamu ifoome
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Hojmaanni lammiileen biyyoota alaa mana jireenyaa akka argataniifi abbaa qabeenyaa ta’an eeyyamu hojiirra ooleera jedhe Ministeerri Magaalaa fi…
Inistiitiyuutichi tumsa seektera barnootaa keessatti qabu cimsee itti fufa
Finfinnee, Hagayya 12,2018(FMC) - Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Bishaanii Federaalaa magaalaa Shaashamanneetti barattootaaf meeshaalee barnootaa Birrii miliyoona 1 fi kuma 500 olitti…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa walabummaafi hirmaachisummaa adeemsa marichaa irratti ibsa kenne
Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa walabummaafi hirmaachisummaa adeemsa marichaa irratti ibsa kenneera.
Yaa’iin Adoolessa 8, 2018 eegalame akkaataa sirna…
Yakka malaammaltummaa ittisuu fi itti-gaafatamummaa mirkaneessuuf hunduu gahee isaa ba’achuu…
Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC) - Yakka malaammaltummaa itti-fufiinsaan ittisuu fi itti-gaafatamummaa mirkaneessuuf hundi gahee isaa ba'achuu akka qabu Minisisteerri Haqaa hubachiise.…
Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraay akka qabsiisaatti itti fayyadamaa jira — Piroofeesar…
Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC) — Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Simrat, Piroofeesar Kindayaa G/Hiywat, gareen seeraan alaa ABUT uummata naannoo Tigraay akka gaachanaatti itti…
Hojiin yaadota furmaataa walsimsiisuu xumuramaa jira- Komishinicha
Finfinnee, Hagayya 11, 2018(FMC)- Hojiin yaadota furmaataa gareewwan yaa’ii marii biyyaalessaan gabbifaman walsimsiisuu xumuramaa jira jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa.
Itti aantuun…