Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbaan Taayitichaa Televiizhinii Abbaayiif akeekkachiisa dhumaa kenne
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televiizyiniin Abbaayi sagantaa aadaa fi duudhaa gaarii hawaasaa yaadota hinkabajne tamsaaseera jedhuun…
Ajjeechaan kan shakkame Mahaammad Shikur Abebawuun kan arge eeruu akka kennuu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Ajjeechaa Sheek Abduu Yasiniin kan shakkame Mahaammad Shikur Abebawuun kan arge namni kamuu eeruu akka kennuu Poolisiin Magalaaa Finfinnee waamicha…
Muuxannoo Koompoostiin biyyee gabbisuu yoo cimsine faayidaa olaanaa argachuu dandeenya-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Mudde 29, 2016 (FBC)- Muuxannoo Koompoostiin biyyee gabbisuu yoo cimsine faayidaa olaanaa argachuu dandeenya jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar…
Daandiiwwan Doqdoqqee fi konkolaatoota fe’umsaaf dhorkaman ifooman
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)- Daandiiwwan Doqdoqqee fi konkolaatoota fe’umsaaf dhorkaman Poolisiin Magaalaa Finfinnee ifoomseera.
Daandiiwwan kunneenis daandii…
Raayyaan Ajaja Lixaa Magaalaa Naqamteetti harka qalleeyyiif maaddii qoode
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)- Raayyaan ittisa Biyyaa Ajaja Lixaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti, namoota harka qalleeyyii,qaama midhaamtoota fi kanneen…
Manneen Hojii Ministeerotaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Manneen hojii ministeerotaa garaagaraa fi dhaabbileen waamamtootaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
Ministeerri Dhimmaa…
Aadde Adaanech lammiilee sadarkaa jireenyaa gadaanaaf maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun lammiilee sadarkaa jireenyaa gadaanaa keessatti argamaniif…
Dooktar Abiy Ahimad fi Aadde Zinnaash Taayyaachoon maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii qoodan.
#Oromiyaa…
Ayyaanni Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Ayyaanni Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos (Ayyaana Qillee) hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa biratti kabajamaa jira.
Hordoftoota amantii Kiristiyaanaa biratti…
Barsiifatni gaggaariin dhalachuu Iyyasuus Kiristoosiin goonfanne galaa tokkommaa fi waliin…
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)-Barsiifatni gaggaariin dhalachuu Iyyasuus Kiristoosiin goonfanne galaa tokkommaa fi waliin jireenyaati jedhan Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…