Browsing Category
Ispoortii
Maanchiister Siitiin Luutan Taawoon injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Luutan Taawoon galchii 5 fi 1n injifachuun liigicha dursuu…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan tapha har’a Niwuukaastiil Tootenhaam waliin taasiisuun eegalama.
Har’a waaree booda…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgalaa ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) -Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala PSGn Baarseloonaa waliin akkasumas Atileetikoo Maadriid Borishiyaa Dortimand waliin…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgalaa ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala Arsenaal, Baayarmuunik waliin akkasumas Riyaal Maadiriid Maanchisteer Siitii waliin…
Atileet Mulaatawaa Taklee fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Barliin injifatte
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Atileet Mulaatawaa Takleen fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Jarman magaalaa Barliinitti fiigame injifatte.
Fageenyicha sa’aatii 1:6:53 xumuruun…
Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 2 Liivarpuul
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Ingilaandi Torbee 32ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitidii fi Liivarpuul gidduutti taphatame galchii 2 qixaan xumurameera.…
Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Paariis injifatan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Dorgommii Fiigicha Maaraatoonii Faransaay magaalaa Paariisitti gaggeeffame Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Doorgommii…
Arsenaal Biraayitan injifachuun liigicha dursuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a taphatameen Arsenaal Biraayitan injifachuun liigicha dursuu eegale.
Arsenaal galchii 3 fi…
Maanchistar Siitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifate
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Tapha Piriimiyer Liigii Ingiliz torbee 32ffaan Maanchistar Sitiin Kiristaal Paalaasiin 4 fi 2’n injifachuun sadarkaasaa fooyyesseera.
Siitiin tapha…