Browsing Category
Ispoortii
Rikardiin fageenya maayilii tokkoo Atileet Dirribee Waltajjiin galmaa’e ragga’e
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC)-Rikardiin fageenya maayilii tokkoo Atileet Dirribee Waltajjiin galmaa'e ragga’e.
Yeroo jalqabaatiif dorgommii maayilii tokkoo dubartootaa Laatiiviyaatti…
Kilabni Biraaziil Saantos waggoota 111 booda gara diviziyoonaa gadiitti bu’u
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Kilabni Biraaziil Saantos waggoota 111 booda gara Diviziyoona gadiitti gadbu’uu gabaafame.
Taphattoota ciccimoo horachuun kan beekkamu Saantos gara…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Magaalaan Naqamtee Buna Yirgaa Caffee injifate
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Magaalaa Naqamtee goolii 2 fi 1n Buna Yirgaa Caffee mo'achuun injifannnoo isaa 4ffaa galmeesseera.…
Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf Dorgommii Bishaan Daakuun Warqee lama argatte
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Gareen Biyyaaleessaa Ispoortii Bishaan Daakuu Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa waldorgommii Bishaan Daakuu Ruwaandaa Kigaaliitti marsaa 8ffaaf gaggeeffameen…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee15ffaan tapha har’a Arsenaal Luutoo Taawoon,Woolvarhampton Barnileey waliin taphataniin eegalama.
Har’a…
Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Jigjigaatti fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 18ffaa sababeeffachuun Fiigichi Kiiloo Meetira 5 magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Guyyaan Sabaaf Sablammootaa 18ffaan…
Maaraatoonii Vaaleenshiyaan Atileeti Sisaay Lammaa fi Atileet Warqinash Daggafuu injifatan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dorgommii Fiigichaa Maaratonii Vaaleenshiyaan dhiiraan Atileet Siisaay Lammaa, dubartotaan ammoo Atileet Warqinash Daggafuun injifataniiru.
Dorgommi…
Arsenaal Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a gaggeeffameen Arsenaal goolii 2 fi 1n Woolvis injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Taphoota…
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Shaggar Walloo Kombolchaa, Nageellee Arsiin Dasee…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 4ffaan Shaggar Walloo Kombolchaa goolii 2 fi 1n, Nageellee Arsiin magaalaa Dasee 1 fi 0n injifataniiru.…
Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii Ameerikaatti hojjetteen walqabatee Doolaara…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Taphataa cimaan addunyaa Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii bara 2022 Ameerikaa keessatti hojjetteen walqabatee Doolaara biiliyoona 1…