Browsing Category
Ispoortii
Moozaambiik galchii 3 fi 2’n Gaaboon injifatte
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaa marsaa 2ffaa har'a taphatameen Moozaambiik Gaaboon injifatteerti.
Moozaambiik galchii 3 fi 2'n Gaaboon injifatteerti.…
Dorgommii madaallii ga’umsaa biskileettii gaggeeffamaa tureen Shaggar Koorniyaa lamaaninuu…
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Dorgommiin Madaallii Ga'umsaa kilaaboota biskileettii Magaalaa Finfinneetti baatii tokkoof gaggeeffamaa ture olaantummaa magaalaa Shaggariin xumurameera.…
Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni afur ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Morookoon gaggeeffamaa jiruun har'a taphoonni marsaa 2ffaa afur ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 9:30…
Seenegaaliifi Rippaabilikni Dimookiraatawaa Koongoo qixa bahan
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan Seeneegaaliifi Rippaabiliikni Dimookiraatawaa Koongoo goolii 1 fi 1 qixa bahaniiru.
Taphni Taanzaaniyaafi Ugaandaan…
Arsenaal Biraayitaniin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz 18ffaan Arsenaal Biraayitaniin goolii 2 fi 1 injifateera.
Arsenaal goolii Maartiin Oodeegaard fi Ruutar ofirratti galcheen…
Beeniin Bootiswaanaa injifatte
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan Beeniin Bootiswaanaa goolii 1 fi 0 injifatte.
Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa ramaddii lammaffaan galgala…
Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin injifate
Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 18ffaan Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin goolii 2 fi 1 injifateera.
Bu’aa kana hordofee Maanchister…
Angoolaa 1-1 Zimbaabewee
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa marsaa 2ffaa har’a taphatameen morkiin Angoolaa fi Zimbaabewee gidduutti gaggeeffame qixaan xumurame.
Taphni ha'a Waaree booda…
Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa eegale
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Waldorgommiin madaallii giddu gala leenjii Ispoortii Oromiyaa marsaan jalqabaa kan bara 2018 eegaleera.
Waldorgommii kanarratti giddu galoonni Leenjii,…
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni…
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 18ffaan taphni har’a Maanchiister Yuunaayitiid Niwuukaasiil Keessummeessu ni eegama.
Taphoota torbee lamaan…