Browsing Category
Ispoortii
Buna Sidaamaa 0 – 1 Hadiyyaa Hosaa’inaa
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 32ffaan har'a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa'inaan Buna Sidaamaa injifateera.
Tapha waaree…
Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi ifooman
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 ifoomaniiru.
Haaluma kanaan Deeviid Raayyaa, Gabreel Magaaleeshii fi…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 6, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 32ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Buna Sidaamaa…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan dorgommiin fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a gaggeeffama
Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan dorgommiin fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a galgala sa’aatii 3:25 irraa eegalee gaggeeffama.…
Qophaa’ummaa Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa keessummeessuuf qabdu…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan qophaa’ummaa ‘Shaampiyoonshiippii Altimeet’ 2028 fi Shaampiyoonaa Addunyaa 2031 keessummeessuuf qabdu hoggantoota Federeeshinii Atileetiksii…
Tapha murteessaa Maanchiisteer Siitii fi Kiristaal Paalaas…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Tapha qixxeesaa Priimeer Liigii Ingilaandiin morkiin Maanchiisteer Siitii fi Kiristaal Paalaas Istaadiyeemii Etihaaditti taphatan hawwii guddaan eegamaa…
Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigii Saa’udii ta’uufi
Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Liigii Proo Saa’udii keessatti bara dorgommii 4ffaa dabarsaa kan jiru Kiristiyaanoo Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigichaa ta’uuf fiixerra…
Nageellee Arsii 3 – 0 Dirre Dhawaa
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 31ffaan Nageellee Arsiin Dirre Dhawaa injifachuun morkii waancaa cimsate.
Galchiiwwan Daawiit…
Fiigicha Maaraatoonii Moorookootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Fiigicha Maaraatoonii Moorookoo Magaalaa Raabaatiitti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru.
Dorgommii Atileetoota…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 31ffaan har'a taphoonni 2 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee…