Browsing Category
Ispoortii
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 35ffaan har'a taphni Ijiptii fi Afrikaa Kibbaa gidduutti taphatamu ni eegama.
Waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Angoolaan…
Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatame
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaa har'a taphatameen Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatameera.
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa…
Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa Yuuniivarsiitii Jimmaatti gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa mata duree "Ispoortiin Daneessummaafi Beekumsaaf" jedhuun Amajjii 9- 24/2018’tti…
Nageellee Arsii 1 – 0 Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaan Nageellee Arsiin Walwaaloo Addigiraat Yuunivarsiitii injifate.
Nageellee Arsiin galchii 1 fi…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 irraa eegalee Burkiinaa Faasoon…
Dimookiraatik Rippaablikni Koongoon Beeniin injifatte
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaa marsaa jalqabaan Dimookiraatik Rippaablikni Koongoo Beeniin galchii 1 fi 0’n injifatteetti.
Ramaddii kanaan Senegaal…
Tapha waancaa Afrikaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa taphoonni 4 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 irraa eegalee…
Tapha waancaa Afrikaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaan har’a taphoonni sadii ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegalee Maaliin Zaambiyaa waliin ni taphatu.…
Magaalaa Dirre Dawaa fi magaalaan Adaamaa qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 12,2018(FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 10ffaan Magaalaan Adaamaa fi Magaalaan Dirre Dawaa 1 - 1 qixa ba'an.
Guyyaa sa'aatii 7:00 irratti…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Kaaraatee Afrikaa Bahaa 15ffaa olaantummaan xumurte
Finfinnee, Mudde 12, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamaa kan ture dorgommiin Shaampiyoonaa Kaaraatee Afrikaa Bahaa 15ffaan olaantummaa Itiyoophiyaan xumurameera.…