Browsing Category
Ispoortii
Guyyaan taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 itti eegalu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Guyyaan dorgommiin Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2019 itti eegalu ifoomeera.
Haaluma kanaan taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara taphaa…
Fuula Biraa Itoophiyaa – Tuuriizimii Ispoortii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Tuuriizimiin ispoortii Itoophiyaa keessatti babal'achaa dhufe, maqaa gaarii biyyattii ijaaruu bira darbee, galii biyya keessaa guddisuufis gumaacha…
Alii Ahimad Inistiityuutii leenjiifi qorannoo Daraartuu Tulluutti argamuun biqiltuu Ashaaraa…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC) –Taphataan Garee Biyyaalessaa Kaanaadaa fi kilaba Noorwichi Siitii Alii Ahimad Kutaa Magaalaa Sulultaa Inistiityuutii leenjiifi qorannoo Daraartuu…
Alii Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwate
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Taphataan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Kaanaadaa maatii Itiyoophiyaa irraa dhalate Alii Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera.
Kilaba…
Falmii xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2018 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa 23ffaa har'a Arjentiinaa fi Ispeen gidduutti taasifamu ni eegama.
Morkiin Shaampiyoonaa Addunyaa Arjentiinaa fi…
Waancaa Addunyaa 23ffaa boqonnaa xumuraarra gahe…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) – Waancaan Addunyaa 23ffaan xumuramuuf taphoota 2 qofatu hafe.
Waancaan Addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon Waxabajjii 4,…
Raadiyoowwan qunnamtii garee shororkeessaa shaneef darbuuf turan to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 9, 2018 (FMC) – Karaa Mooyaaleen Itiyoophiyaa seenuun garee shororkeessaa shaneef darbuuf kan turan Raadiyoowwan qunnamtii to’ataman jedhe Tajaajilli Nageenya…
Arjentiinaa fi Ingilaandi keessaa eenyuta Dilbata dhufu Ispeen waliin morkata?
Finfinnee, Adoolessa 8, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa falmiin har’a Arjentiinaa fi Ingilaandi waliin taasisan hawwiin eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee…
Falmii Faransaay Ispeen waliin taasiftu…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Waancaa Addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamaa jiruun taphni walakaa xumuraa har’a halkan eegala.
Haaluma kanaan…
Maanchiister Yuunaayitiid Andireey Saantoos mallatteessifate
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid taphataa sarara gidduu Andireey Saantoos mallatteessifateera.
Lammii Biraaziil kana Paawundii miiliyoona 48 fi ga’umsi isaa…