Browsing Category
Ispoortii
Gareen Sarkasii “Black Lion” galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmaa’e
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Gareen Sarkasii “Black Lion” Itiyoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Aartii Sarkasii Xaaliyaaniittii gaggeeffamerratti hirmaate rikardii haaraa galmeessuun…
Taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan taphoonni nuusa xumuraa lama har’a ni taphatamu.
Haaluma kanaan Maaliin Kootdiivaar waliin Keeppiverdeen ammo Afrikaa…
Naayijeeriyaan walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa Nuusa xumuraa har'a taphatameen Naayijeeriyaan Angoolaa injifachuun walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha galgala kana sa'aatii 2:00…
Tapha Nuusa Xumuraa Waancaa Afrikaan taphni har’a Naayijeeriyaa fi Angoolaa gidduutti taphatamu ni…
Finfinnee, Amajjii 24, 2016 (FBC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 34ffaan taphni har’a Naayijeeriyaa fi Angoolaa gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Har’a galgala saa’aatii 2:00…
Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) - Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 13ffaa har'a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Walaayittaa Diichaan morkattoota isaanii injifataniiru.…
Moorookoon waancaa Afrikaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaa har'a taphatameen Afrikaan Kibbaa Moorookoo galchii 2 fi 0n injifachuun morkii keessaa gaggeessite.
Taphni…
Arsenaal Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 22ffaa har'a Arsenaal taphatameen Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate.
Arsenaal…
Maaliin tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaan Maaliin Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte.
Maaliin galchii 2 fi 1n Burkiinaa Faasoo…
Waancaa Afrikaan har’a morkiin Leencoota Atilaasiifi Bafanaabafanaa ni eegama
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Taphoota waancaa Afrikaan har'a galgala morkiin Leencoota Atilaasiifi Bafanaabafanaa akkaan eegama.
Waancaa Afrikaa bara kanaan biyyoonni waancaa…
Keeppiverdeen Nuusa Xumuraaf darbite
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Keeppiverdeen Mooritaaniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbiteetti.
Tapha mo’atanii darbuu biyyoota lameen gidduutti…