Browsing Category
Ispoortii
Fiigichi gulaallii meetira kuma 5 dhiirootaa har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti har’a gaggeeffamuurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni hirmaatu.
Atleet Yoomiif Qajeelchaa, Hagos…
Atleetonni Ityoophiyaa 4 meetira kuma 5n xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Fiigicha gulaallii meetira kuma 5n galgala kana gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 4 xumuraaf darbaniiru.
Gudaaf Tsaggaayii 2ffaa fi Madinaa Isaan…
Atleet Haamtaam Alamuu fi Warqinash Mallaseen fiigicha meetira 800n gulaallii walakkaa xumuraaf…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Atleet Haabtaam Alamuu fi Warqinash Mallaseen fiigicha meetira 800 har’a gaggeeffaameen 1ffaa fi 3ffaa ba’uun gulaallii walakkaa xumuraaf darbaniiru.…
Fiigicha gulaallii fageenya adda addaan har’a gaggeeffamuurratti Atleetoonni Ityoophiyaa ni…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19faa har'a gaggeeffamuun Atleetoonni Ityoophiyaa fageenyaa garaagaraan ni hirmaatu.
Guyyaa…
Atleet Dirribee Waltajjiin meedaaliyaa Meetii 2ffaa Ityoophiyaaf argamsifte
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC) –Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Dirribee Waltajjiin meedaaliyaa Meetii 2ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte.…
Atleet Lammeechaa Girmaan Meedaaliyaa Meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiise
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC) –Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiiroota gidduutti dorgomameen Atleet Lammeechaa Girmaan Meedaaliyaa Meetii 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiisera.…
Dorgommiiwwan xumuraa Ityoophiyaan irratti hirmaattu 2 har’a ni gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa har’aatiin dorgommiiwwan lama kan Ityoophiyaan irratti hirmaattu har’a galgalaa ni gaggeeffamu.
Dorgommii…
Ityoophiyaan meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatte
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha xumuraa meetira kuma 10 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaa dhiiroota gidduutti dorgomameen Ityoophiyaan Meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatteerte.…
Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii meetira kuma 1 fi 500 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaan Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom xumuraaf dabarteeti.
Atleetoonni lamaanuu…
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Kubbaa Miilaa dubartootaa Addunyaa bara 2023 taate
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa bara 2023 ta'era.
Tapha xumuraa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa…