Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa guyyaa har'aa eegaleera.
Shaanpiyoonaa kana irratti ispoortessitoonni 700 ol maagaalota 36 irraa walitti…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a gaggeeffamuun taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamu akkaan…
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan Walaayittaa Diichaa fi Adaamaan qabxii…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Taphni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan har’a waaree booda Walaayittaa Diichaa fi Adaamaa gidduutti taphatame goolii 1 walqixa…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti ni…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa 5ffaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti kan taphatu ta’uu Federeeshiniin kubbaa…
Fiigicha daandiirraa biyyoota garaagaraatti dorgomameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Eebla 30 , 2015(FBC)- Dorgommii fiigicha daandiirraa biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifannoo gonfataniiru.
Dorgommii fiigicha maaraatoonii…
Dorgommii fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 umrii 20 gadiin Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa…
Finfinnee, Eebla 25, 2015(FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa umrii 20 gadii Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamerratti fiigichaa dubartootaa meetira kuma 5 Atileetonni Ityoophiyaa 1ffaa-3ffaa bahuun…
Kilabni Magaalaa Shaashamannee gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Kilabni Kubbaa Miilaa Shaashamannee bara dorgommii 15 booda gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi'uu mirkaneeffateera.
Kilabichi, Kilabni Kubbaa…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasiisfmu ni eegama
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taphatamu ni eegama.
Kilaboonni Landan Lamaan morkiin har’a…
Atleet Misgaanaa Waaqumaa dorgommii tarkaanfii meetira kuma 10 injifate
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoonaa Atleetiksii guddatootaa fi Dargaggootaa Afrikaa Zaambiyaa Nidoolaatti gaggeeffamaa jiruun Atleet Misgaanaa Waaqumaa dorgommii…
Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Fiigicha guddattootaa fi Dargaggootaa Zaambiyaatti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aniiru.
Fiigicha meetira kuma 3 dubartoota umrii…